22/07/2025
๐๐ฟ๐ฒ๐ฎ๐ธ๐ถ๐ป๐ด Torbeewwan lamaan darbaniif dhimma jijjiirraa taphataa sarara fuulduraa lammii Siwiidini fi garee poorchugaal Ispoorting liizbaniif taphatu ๐ฉ๐ถ๐ธ๐๐ผ๐ฟ ๐ฌ๐ผ๐ผ๐ธ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐๐ต gara ๐๐ฟ๐๐ฒ๐ป๐ฎ๐ฎ๐น๐ถ๐๐๐ถ imaluudhaf kilaboonni lamaan marii gochaa kan turan yoo ta'u amma gara Aarsenaalitti imaluudhaaf kilaboonni lachuu guutumaan guututti walii galteerra gahuu isaanii (๐
๐๐๐ซ๐ข๐ณ๐ข๐จ ๐ซ๐จ๐ฆ๐๐ง๐จ )gabaaseera.
Jijjiirrichi torbeewwan darbaniif Nuffisiisaa tahus amma garuu qarqararra gaheera jedha gabaasichi!!!
๐๐๐ฅ๐๐ญ๐จ๐จ๐ฆ๐๐!!!!
06/07/2024
Arsenal taphataa sarara ittisaa lammii Xaaliyaan Rikaardoo Kaalafiyoori wajjiin walii galtee guuturra gahaniiru;
Koontiraata waggaa shaniiti (5 ) mallatteessa jedhameera .
Maddi (FabrizioRomano)
05/07/2024
โ
๏ธArsenal taphataa sarara ittisaa bitaa lammii Xaaliyaan kilaba Boloonyaa taphatu Rikaardoo Kaalafiyoorii mallatteessifachuuf taphaticha waliin walii galteerra gaheera.
Amma kilabicha waliin dubbirra akka jiran gabaafameera.
Maddi ( ).
28/02/2024
gara shaakalaatti deebi'eera
04/02/2024
Dhumateera !!! Injifannoo guddaa ๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช
04/02/2024
Tapha eeggamaa guyyaa har'aa Istaadiyeemii
29/01/2024
Oduu jidduu kana Miidiyaalen Ispeen hafarsaa jiraniin Leenjisaan Aarsanaal Mikeel Arteettaan xumura dorgommii bara kanaatin Gara Baarsiloonaa deema jedhu leenjisichi guutumaan guututti soba tahuu mirkaneessee jira.
28/01/2024
Leenjisaan ganna 44 garee Baarseloonaa Jaavii Hernaandeez xumura bara kanaa irratti kilabicha gadhiisuuf murteesseera.
26/01/2024
Leenjisaan ganna 56 garee Liiverpuul fi lammii Jarman turtii waggoota sagalii booda xumura bara kanaarratti kilabicha akka gadhiisu beekkamee jira.
24/01/2024
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Imran Khan, Tokkummaa Gamteessaa Hordofaa, Abduu Adam, Abdis Mume, Yoobsaan Dhaabaa, Tajuu Badhaaso, Abdisaa Saalalee