Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ahmed Husen Bajiga, Shadii Mahammed, nadir musaa, Hadha Ismil, Abdii Koo
GADAA SPORT
Odeeffannoo ispoortii biyyaa keessa fi ala Afaan oromootiin isin biraan gahuun Afaan keenya guddisuun kaayyoo keenya.Gadaan gadaa keenya
Sonaa jijjirraa, Firii taphootaa garagaraa, Galmee ispoortii irra seenaa taphatoota, leenjisaa fi warreen biraa, Gabatee fi sagantaalee liigootaa garagaraa, fi kanneen biroo.
15/03/2026
Namittiin Kun qabxii 1 jalqabaa ofii argachuuf leenjisaa mataa moluu eeggachaa waan turtee hin fakkaatuu? Mee maal jettuu isin
15/03/2026
Mee waa'ee gurbattii xiqqoo bareedduu tana jecha tokkoon waa jedhaanii maaloo...........
17/02/2026
Ramadan kariiiiiiiiiiiiiiiiiim warra baranaa Kan Bara dhufuu nuu haa godhuu.
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Hakimuddin Bediru, Al Ayub, Kamaal Adam
31/10/2025
Sagantaa ligii guddichaa addunyaa keenyaa torbee 10ffaa
🔘Sanbata Duraa
☑️12:00 Nootiingihaam [ vs ] Ma.Yunaaytid
☑️12:00 Barnileey. [ vs ] Arsenaal
☑️12:00 Fuulhaam. [ vs ] Woolvis
☑️12:00 Kiristaal Paalas[ vs ] Birentifoordi
☑️12:00 Biraaytan. [ vs ] Liidsi Yun.
☑️02:30 Tohootinaam. [ vs ] Cheelsii
☑️05:00 Liivarpuul. [ vs ] Aston Viilaa
🔘Dilbata
☑️11:00 Weestihaam [ vs ] Niiwkaastil
☑️01:30 Maan.Siitii. [ vs ] Boornimawuz
🔘Wiixata
☑️05:00 Sandarlaandi [ vs ]Eevartan
.
Kilabii deeggartaniif carraa gaarii hawwina.
..
Tilmaamaa keessan kaayadha.
..
Galatooma.
[ ] ....
Qoph. Waanofii_Abdu_Es
27/10/2025
Mee Dawwitee keenyan waa jedhan waa'ee Arsenal akkana jedha..
.
.
Page keenyaa share, like,comment godha galatooma.hora bulaa deebanaa.
Sagantaa ligii guddichaa addunyaa keenyaa torbee 9ffaa
1.Sanbata Duraa
✔️11:00 Cheelsii. [ vs ] Sandarlaandi
✔️11:00 Niiwkaastil. [ vs ] Fuulhaam
✔️01:30 Maan. Yunaaytid[ vs ] Biraaytan
✔️04:00 Bireentifoordi. [ vs ] Liivarpuul
2.Dilbata
✔️10:00 Boornimawuz. [ vs ] Nootiingihaam
✔️10:00 Arsenaal. [ vs ] K.Paalaas
✔️10:00 Aston Viilaa. [ vs ] Maan. Siitii
✔️10:00 Woolvis. [ vs ] Barnileey
✔️12:30 Eevartan. [ vs ] Tohootinaam Hospar
.
.
Qoph.
Galatoomaa!
Leebilee hoo shukrii rabbii deebinehoo
Jedhan warrii sheik Huseen
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
● Jijjiiraa ganna kanaan Andeeriyaa Beertaan waan gaarii hojjataa ture imalli kun geebaan xumurama moo akkami?
● Cheelsiin sarara fulduraa isaani Peedroo Neetoo fi Kool Paalmar malee guutuuman jijjiiree Inzoo Maareeskaan akkam ta'u laata?
● Maan Siitiin Riyaan Charkii,Tijaani Reendeers fi Ayiit Nuurii fidatehoo taaktikaa Peeppin dabaalamee ‘ni injiifataa laata?
●Liiveerpuul haalaan of ijaaree sarara fulduraa isaa Saalaa fi Haakpootti Ikiitikee fi Wiirzii dabalatee Isaak fudhachuuf deema sarara ittisaa isaa immoo Keerkeez fi firiimpong fudhatee amma immoo Maark Guhii paalaas irraa fudhachuuf deema inni hoo maal ta’u laata?
●Niwuukastiil,Astoonviilaa,Tootenhaam,Notingahaam fa'i hoo kaan isaani taphattoota dhaban kaan isaani leenjisaa dhaban maal ta’u laata?
● Warri bara kana ol guddatan Saandarlaand,Baarnilee fi Liids miilumaa dhufaniin deebi'uu moo akkami?
● Maan yuunayitiid fi Ruhban Amooriim hamallı itti ulfaate hoo akkamiin sadarkaa isaani fooyyeeffatu ?
● Ol adeemtoonnii akka Maaks Doowmaan,Riyoo Nigoomoohaa,Istiivaa'oo Wiiliyaam,s Adaam Waartoon,Itaan Nuwaaneerii,Maayils Luwiis Iskeelii fi kkf hoo bara kana guddina akkamii agarsiisuu laata?
● Leenjistoota keessaa hoo isaan kamtuu gaggeeffamuu akkamiin?
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
App. Waanofii Abdu Es
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Centreral
Adama
3710