Big shout out to my newest top fans! Mohammed Jarso, Seid Abdurehman
Falmii Dirree Miilaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Falmii Dirree Miilaa, Sports, .
23/11/2025
Thomas Frank knows who Eze is now 👀😅
23/11/2025
✅ Hiriraa Arseenal
01:30 Arsenaal Tootenhaam waliin
23/11/2025
✅ Maartiin Odeegaard Maaduweeken, Kaalaafiyoorii, Maartineelii gara gareetti deebi'aniiru.
23/11/2025
✅ Viiktor Yookireesh tapha darbii kaaba landan har'an ala jedhameera
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! አዩ ጉራጌዋ, Hayyuu Hayyuu
26/10/2025
3,000 🔥🏆
Tapha guyyaa har’aa fi gidduutti sa’atii 11:00 irraa eegalee taphatamu irratti namoota dursanii tilmaama sirrii taphichi ittiin goolabamu argatan 3f qarshii 1000, 1000, 1000 ni badhaafna!
🤝
1ffaa. Akkuma tilmaama kee comment irra gooteen post kana share gochuu fi screenshot comment kee yerichuma karaa inbox nuuf erguu qabda.
2ffaa. Comment Edit gochuun ulaagaan ala si taasisa, akkasumas guyyaa biraaf page kana jalaa ban akka taatu sigodha.
3ffaa. Namni tokko yeroo tokko qofa tilmaamuu danda’a hin taane taanan badhaasaan ala taata.
Hubadhu!
Eenyumtuu osoo ulaagaa hin guutin badhaafamaa ta’uu hin danda’u, dursa ulaagaa guutuu dubbisuun guutuu qabdan!
🔥
Jabaa Electronics follow godhaa
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Naziir Muhammad, Abdo Arsii, Hàmùdìì Yěě Màtětu Liji, Neima Jawad
08/10/2025
✅ Arsenaal Istaadiyeemii isaa haaromsuufi
🟢 Kilabni Kaaba Landan Arsenaal hamma deeggartoota Istaadiyeemiin Emireetis qabatu guddisuuf karoorfachuun himameera.
🟢 Arsenaal baayyina teessoo Istaadiyeemiin Emireetis qabu Kuma 60 irrraa gara kuma 80tti guddisuuf karoorfachuun eerameera.
🟢 Hojiin haaromsaa kunis Caamsaa bara 2026 eegalame bara 2028 xumurama jedhamee eeggama.
08/10/2025
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Amuye Gashw, Fish Man, Humnee Naggasaa, Amaan Wacan, José Raimundo, Nuraaddiin Jamaal
07/10/2025
📆 Waggaa 13 dura tapha darbii Eel Kilaasikoo irratti taatee uumameedha😮💨🐐
07/10/2025
🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: Arsenal goalkeeper David Raya gets pay rise, agreed in summer, with contract still running until 2028.