Oduuwwan ispoortii meetii

Oduuwwan ispoortii meetii

Share

Sport news, events and all in one

05/10/2025

Deeggartoonni mana united tapha kaleessaa irratti karra eegaa isaanitiin ati piitar shimaayikili eessatti dhukkattee amma deebitee jedhaniiti faarsaa turan

05/10/2025

Haalli Arsenal bara kana ittiin deemaa jiruu baayee nama ajaa'ibsiisa.
Tapha 7 hanga ammaa taphateen 5 yo moo'atu 1moo'amee 1n qixa baheera

05/10/2025

Miidhaan Rodri irra gahe hangas mara yaaddessaa akka hin taanee dubbateera

05/10/2025

Deeggartoonni man united gahuumsa sanne lammens akkamitti xiinxaltan

05/10/2025

Sadarkaa premierleague torbee torbaffaan booda

05/10/2025

Aston villan 2:1 burnley
Wolves 1:1 Brighton

05/10/2025

Newscastle galchii 2:0 n forest injifateera

05/10/2025

Everton garee torbee darbee liverpool moo'ate crystal palacen daaressuun injifateera everton 2:1 palace

05/10/2025

Man city brentfordn 1:0 n injifateera

05/10/2025

Barcelonan dirree sevilla dhaqee burkutaa'ee deebi'e.
4:1 moo'ame

04/10/2025

Arsenal 2: 0 westham injifateera

04/10/2025

Man united 2:0 sunderland ijifateera

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Oromia
Adama
METI