19/05/2026
Arba Gugu Post
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Arba Gugu Post, Adama.
Without access to modern farming techniques or machinery,let alone science-based climate & weather data ,farmer livelihoods hinge precaviously on a changing environmental that they'are struggling
19/05/2026
Xiinxalli sirba namicha
👇👇👇👇👇👇👇
Das tal libe
La wusxe hazan lakso
Saw ayechile darso"
~ Mata dureen sirba kanaa maal jechuu barbaade? Dukkana gadhiisi moo maal jedhaa? Akkasuma!
"Gadda keessoo kiyyaa, namni hin danda'u bira gahee" akka jechuuti. Kanaaf akka falaatti onneen akka dukkana dhiistee baatu ajaje. Garuu dukkanni tuni kan maali? Eessatti ijaaramte Daasiin jedhan tuni ? Egaa kan galeef inuma gala. Itti fufee;
"Ale gize
Gena nw eyalkut
Irasen badelkute
Leka indi nw melak
Ihi eyalu nado
Hager yemotebate
Yet yaleksale hedo
Das tal x2" ...... jedhe!
Waan eegaa tureef isatu beeka. Garuu yeroo wayii eegaa otuu jiruu akka miidhame qaaqa. Kanaafis sababa kaahe. Weellisaan kuni dhumiitii hamaan irra gahuu gaafa hasaasu "Namni biyyi jalaa duute eessa dhaqee boowa" jechuun, "Daasii ykn Dukkana dhiisii jedha. Ammallee Daasii tana keessa waan jiru hin beekne. Mee ittuma siqnee haa laallu!
"Aksum Lalibelan
Be andi elat atsinto
Aliramed ale
Hager teleyayito"
~ bakka tanatti seenuma dur dabde takka olii gadi oofe malee homaa wanti haarofti hin jiru. Seenaan Aksumii fi Laallibalaa beekamee jira. Kuni sirritti summii kaleessaa wajjin jiraachuu isaanii agarsiisa. Itti fufee;
"Misaso zamame
Tarawu yefasal
Hager yemotebate
Yet hedo yaleksal"
~ Utubaan duufee, quuxiin ni dhimmisa
Kan biyyi jalaa duute, eessa dhaqee boowa" jedhe. Utubaan biyya kanaa eessa ta'inna? Garamittimmoo duufe? Daasii keessaa bahan tanaaf utubaa ( misassoo ) biraa hojjechuuf yaada qabu. Nuti dukkanii keessatti sirna keenya tiksinee hin beeknu. Galma qabna!
"Basadegegne keye
Badekubete mander
Bayitawor sawu hogne
Endalelawu hager"
~ Amma walleen akkasii kuni biyya diiga moo ni ijaara? Qe'ee itti dhalattee guddatte irraa akka ilma dhabduu / rakkattuutti yookan ammoo biyya dhabduutti weellisuun kuni garamitti duufa laata? Misassoon yaada kanaa hin jal'annee? Keessa laallachuun gaaruma jenneti.
"Yakomkuwat sandaq
Tafatigne be isat
Endet ekarkire
Bandirayen lansat"
~Faajjiin ibiddaan qoramee dhaabe, akkamitti gugguufee alaabaa kiyya ol kaasu" jedha. Faajjiin isaa tuni hiiknishee akkuma waliin beeknu sani. Gurbaan sirna moofaa saniif baay'ee akka gugguufaa jiru himate. Eenyutuu deebii itti kenna laata ? Shillalaashii nurraa dhoowwaa warri afaan isaa beektan ( weellistoonni )!
Walaloo kana sirritti qalbisaa mee!
"Abay lazadew Ba afi yikadimal
Amino makidat Endet yimal"
Warki ye abedare Darsot alat
Endet yichilal Zim malet
Ka nage zare Yishal balkugn
Yerasen cuhat Tenatekugne
Tetalawuna Ka wanze adbar
Endet litarek Kerase gar" .... jedha!
~ yaraan afaaniin dura fiiga, amanani ganuun baay'ee akka nama dhukkubsu fa'a dubbata. Eenyuuf jedhinna laata? Sookoon tuni arrabsoo of keessaa qabdi. Gurbaan malaan dubbii waan danda'u fakkaata.
Kan Warqii liqeesse kuni hoo eenyu? Liqeesseemmoo dhagaan isa gahe akkamitti danda'ee callisa jedha! Tuni otuu qeerroof jedhamtee hin wayyu turee? Isaantuu xummura bareechee deebi'ee hubame. Warri Teedii kuni warqii ni qabuuyii? Bakka bakkatti inuma harkaa harcaati. Tana tana silaa Haacaaluutu dhukaasuu danda'a ture!
Taan itti guuttadhaa!
"Addis Ababa Ado Shegari
Enkuwan Shegari Ye hulu ayidel way
Molawu hageri
Befikr tarkew Kadar iska dar
Mehal gebuna Akomun kadar
Ba akoyut hager Jagnochel be andinat
Endet yigafel Itophiyawinate"
~ Eenyutu Walakkaa seenee qarqaratti baasinna? Durumaa bakka misassoo sana maal barbaada dhaqanii ? Handhurri Daasii jedhan sanaa Addis Ababa isaan jedhan taanan kisaaradha. Biyyuma Shaggar tanaa nutu misoomse jechuutu dhufuuf jira. Walaloon kuni falaasama maxxummaa sana dhoksaan fe'atee deema.
Jagnoch motolate
Ba merzi gazh nafiraw
Tangabgibw be isat
Zaman tegalabxo Endet akarkire
Bandirayen lansat
Ye itiopia arbegnoche
Ye tinte arbegnoche
Ine inabistu
Siragate bandiraw
Gena ahun motu"
~ Walaloon isaa baay'een boo'icha qaba. Kunimmoo dhaaddannoo fakkaata. Ergaan wallee kanaa siyaasa caccabe wayii suphuudha. Sirbichi kan walaloo bo'oo bo'oon qofa madaalamuu miti. Gootonni inni ittiin dhaaddatu, waammatu kunneen sarara seenessa biraa qabatani.
"Kalebotaw sihon
Warke ayidelamina
zimite le bagowam alabejat
Asira hulet honow
Andi nabir fajat"
~Waan yoo hunda dhugaa fakkaatan garuu ijaarsi walaloo itti aanu ergaansaa kan dhugummaa micciiru baay'een jiru. Dhibbaan dhibbatti ejjennoon weellisaa kanaa sirna Minilik deebisee dhaabuudha.
Das tal libe das tal ..... Das tal .....
"Kezi belay hazan
Kezi belay mardo
Kewadet yimatal
Fkrin biye inj
Tagiche la selam
Ines matagase
Mach ka hager Ye beltal"
Ines andi nafse
Ka hager mach yibeltale"
~ Dhaaduu, shillalaan dur hafte. Kanaan boodas boo'ichumatti jabaachuuf jiru. Walaloon tokko tokko deebi'ee goolii irratti galche. Biyyi inni boo'eef kan biraa; ummanni kan jiraachaa jiru biyya biraa ta'e. Itti aansee yeedaloo shillaluma dur fakkaatuun goolabe. Yaadichis kanuma dur!
"Wedihe ante
atingerigne Manenatuwan
Mite atestemirem Lije enatuwan
Wad
Ateskotiregnem Dam atinten
Ene awukelw weye Manenaten
Wadi ante
lansabat Bandirayen
Arongade bica qayi admayen
Bandirayen ansaw
Bal ansaw
Ansaw wade lay"
~ Gurbaan inni jedhu kuni eenyu ta'inna? Inumaa "Deem achi" jedhe! Innimmoo haadha tana eenyummaa ishee alaabittii sana qofaan beeka. Maalirraa argatani ? Leenci Yihudaa sagalee jalaa heddate keessa hin seenne taanan homuun ka'u.
Alaabaa kiyya, Faajjii kiyya, eenyummaa kiyya , ..... yoo jedhu sagaleensaa dheekamsa caalaa momo'amtee laafti. Boo'ichatu akkas godhe fakkaata!
Hb: Tedy Afro dandeettii muuziqaa qabaachuu isaa namni haalu muuziqaa hin beeku. Akkasitti humna godhadhaa, waan ogummaa keessanii sirritti beekuun saba boonsaa! Bakki suni kan irraa barani.
Kana fakkaatti qubeen dachaa! Boochifnee biraa dachaane nullee!
🤔🤔🤔🤔
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Hafiz Sharuu, Sidiq Sh Jaml, Sheeybii Qaasim, Iliyaas Fuad, Muslims Muzammil Ahimad, Girja Biranu, Gelchu Man, Kaalid Adam, Boonii Roobee, Xilahun Getacho, Olana Sa, Bareeddu Galma, Miiftahuu Dawud, Ñibŕe Man Orø
Tokkotu Kaasaye Leelisatin
"Bosonni Amaazoon hundi osoo qoraan tayee gubatee sin bilcheessu" Jedheen.
Dhugaa isaati.
Garuu Kaasaye Leelisa kun beeytani?
Ans.FL
13/04/2026
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
Qorichi Firii tokkoon isaa qofti gatii konkolaataa 60 olii baasuu danda'u akka jiru beektuu!?
Eeyyeen Qorichoonni kun dose Al-tokko fudhatamu Qofti Qarshii Itiyoophiyaa miliyoona 200 hanga miliyoona 600 oliin bitamu!.
Qorichoonni kun hedduun isaanii dhukkuboota du'a malee Dawaa hin qaban jedhamanii beekamanu yeroo tokkotti guutummaatti fayyisuu danda'u, Qorichootni kunneen Dawaa Dhaalmayaa "Gene Therapy" jedhamanii beekamu, dhibeewwan baay'ee hin mul'anne kan dhalootaa fi sababa rakkoo jiiniiitiin dhufan yaaluuf tajaajilanidha.
Qorichoonni kun akka qorichoota kaanii kan guyyaa guyyaan fudhatamau miti... Dhibeewwan Tasumaa Dawaa hin qaban jedhamuuf Al-tokko qofa dhukkubsataaf kennamanii kana booda dhibee sana guutummaatti fayyisuu balleessuu danda'u. Fayyina guutuu argamsiisuu Kanaaf, gatiin isaa hedduu qaaliidha. Gatiin qorichoota kanaa yeroo tokko fudhatamu (single-dose) qofti doolaara miliyoonaan lakkaawwamu kaffalchiisa.
Qorichoonni gatiin isaanii baay'ee qaalii ta'an keessaa Dawaalee Shan kan Addunyaa irratti Qaalii ta'anii fi Gatii isaanii Armaan gaditti Barreffameera:
Tokkoffaa Dawaa "Lenmeldy" (atidarsagene autotemcel):
Qorichi kun bara 2026 keessa qoricha addunyaa irratti gatii olaanaa qabu jedhamee beekama. Dhibee sirna Narvii (nervous system) ijoollee irratti mudatu (MLD) yaaluuf tajaajila. Gatiin isaa kiniina firii tokkoof doolaara miliyoona 4.25 dha. Dawaa kana yeroo tokko qofaaf Qarshii Ethiopiaa ETB Miliyoona 666 ol kaffalchiisa jechuudha.
Lammaffaan Dawaa "Hemgenix" (etranacogene dezaparvovec):
Qorichi kun dhibee dhiigni qal'achuu yokan (Hemophilia B) kan namoota gurguddaa irratti mudatu yaaluuf oola. Kiniina firii tokkoof gatiin isaa doolaara miliyoona 3.5 dha. Dawaan kun firii tokko qofti Qarshii Ethiopiaan ETB Miliyoona 548 oli jechuudha.
Sadaffaan Dawaa Elevidys (delandistrogene moxeparvovec):
Dhibee maashaa qaamaa laamshessu (Duchenne Muscular Dystrophy) ijoollee irratti mudatu yaaluuf kan oolu yoo ta'u, gatiin isaa doolaara miliyoona 3.2 dha. Dawaan kun Qarshii Ethiopiaan ETB Miliyoona 501 oliin bitama.
Afraffaan Dawaa "Skysona' (elivaldogene autotemcel):
Dhibee sammuu (Adrenoleukodystrophy) yeroo hedduu ijoollee dhiiraa irratti mudatu yaaluuf oola. Gatiin isaa doolaara miliyoona 3.0 dha. Inni kun immoo Qarshii itiyoophiyaa tti, Miliyoona 470 oli jechuudha.
Shanaffaan Dawaa "Zynteglo" (betibeglogene autotemcel):
Dawaan kun Dhibee dhiigaa Beta-thalassemia yaala. Namoonni dhibee kana qaban bara jireenya isaanii guutuu ji’a ji’aan dhiiga namarraa fudhatu. Dawaan "Zynteglo" jedhamu kun garuu qaamni ofumaan dhiiga sirrii akka oomishu godha. Qorichi kun doosii yeroo tokkoof gatiin isaa doolaara miliyoona 2.8 dha. Gatiin isaa Qarshii Ethiopia Miliyoona 439 oli.
Maaliif Gatiin Isaanii Akka Malee Qaala’e?
Qorichoonni gatiin isaanii qaalii ta’an kun qorichoota akka Paracetamol ykn Amoxicillin nuyi guyyuu beeknu miti. Qorichoonni kun dhibee yaaluu qofa osoo hin taane, DNA nama dhukkubsatuu keessa lixuun dhalmaya (gene) dhibee fidu sana bakka bu’uun ykn sirreessuun kan hojjetanidha. Kun "Precision Medicine" jedhama.
Dhibeewwan qorichoonni kun yaalan baay’ee kan hin argamne (rare diseases) dha. Fakkeenyaaf, dhibeen tokko namoota miliyoona tokko keessaa nama 10 qofa qabuu danda’a. Kaampaniiwwan qorannoo kanaaf doolaara biliyoonaan fixan baasii isaanii deeffachuuf gatii tokkoo (per dose) baay’ee ol kaasu.
Dawaaleen kunniin akka qoricha mataa-bowwoo (Paracetamol) fi kkf warshaa keessatti baay’inaan kan oomishaman miti Qorichoonni kun yeroo baay’ee dhuunfatti (individualized) nama muraasa qofaaf qophaa’u. Dawaaleen kunneen qaalii qofa osoo hin taane, namoota muraasa qofatti gurgurama. Qorichoota kana Qopheessuun ulfaataa dha!. Qoricha tokko hojjechuuf Qorichoota 1,000 laboratoorii keessatti yaalaman keessaa tokko qofatu milkaa’ee gabaatti baha. Baasiin qorannoo 999 kufanii sanaa hundi qoricha tokkicha milkaa’e sana irratti fe’ama.
Biyyoota guddachaa jiran keessatti qorichi kun jireenya abjuu qofa. Kun immoo garaagarummaa qabeenyaa fi fayyaa addunyaa gidduu jiru bal’isa. Kaffaltiin isaanii Milkaa’ina Irratti Hundaa’aa Yeroo ammaa, mootummoonni "Success-based payment" gaafachaa jiru. Kunis: "Yoo qorichi sun dhugumaan nama sana fayyise qofa kaffaltiin ni raawwatama" kan jedhudha.
Qorichootni warri gatiin isaanii gurguddaa kunniin "Qoricha Dhugaa" (True Cure) yoo ta’an, warri kaan garuu akka mala maamilummaa (Business Model) uumuutti ilaalama.
Qorichoonni gatiin isaanii qaalii ta’an kun injifannoo saayinsii guddaa dha. Dhibee kanaan dura "du’a qofa eeggadhu" jedhamuuf abdii fidaniiru. Haata’u malee, gatiin isaanii baay’ee ol-aanaa ta’uun isaa qaqqabummaa isaa irratti gufuu uumeera. Gara fuulduraatti teeknoolojiin yoo babal’atu fi oomishni yoo baay’atu gatiin kun ni hir’ata jedhamee abdatama.
Yaalli kamiyyuu dandeettii dhukkubsataa fi fedhii isaa irratti hundaa'aa! Ati maallaqa qabaannaan ogeessi boolla keessa seenee Dawaa Ati feetu siif fiduu danda'a! Yoo dhibeen sun hanga fedhe hamaa ta'ellee furmaanni hin dhabamu!. Garuu teeknoloojii ol'aanaa fi Baasii guddaa waan gaafatuuf dandeettii kaffaltii keetii irratti hundaa'aa!.
Hubachiisa Saayintistiin dawaan gatiin isaa Rakasaa fi akka salphaatti qophaa'u osoo jiraatee, hin dhoksu. Garuu Dawaaleen kunneen Qopheesssuun isaanii ulfaataa waan ta'eef gatiin qaalii ta'e malee! Daldala Siyaasaaf miti!. Dawaaleen kun kumni tokkoo ol hojjetamani kana keessaa tokko qofa milkaa'uu danda'a! 99 fashalaa'uu danda'a. Dawaa tokkutti milkoofte sana dhukkubsataaf kennama. Kana jechuun Dawaalee kanneen Qopheessuun kisaaraa guddaa qaba!.
12/02/2026
Wheat Production Impact on the Ethiopian Economy
Wheat is one of Ethiopia’s most strategic food and economic crops. It plays a critical role in food security, rural income generation, employment creation, agro-industry development, and macroeconomic stability.
1️⃣ Contribution to GDP and Agricultural Growth
Agriculture contributes about 32–35% of Ethiopia’s GDP.
Cereals account for around 60–65% of total crop production.
Wheat is among the top cereal crops (with teff and maize).
Wheat contributes significantly to:
Crop sub-sector GDP
National food supply
Agricultural growth rate
When wheat production increases, it:
Boosts agricultural GDP
Reduces food inflation pressure
Improves national economic performance
2️⃣ Food Security and Import Substitution
Historically, Ethiopia has been one of the largest wheat importers in Sub-Saharan Africa.
Before Wheat Self-Sufficiency Initiative:
Annual imports: 1.5–2 million tons
Heavy dependence on foreign currency
Exposure to global price shocks (e.g., Russia-Ukraine war)
After Irrigated Wheat Expansion (2021–2024):
Large-scale irrigated wheat production introduced
Government declared near self-sufficiency
Import bills significantly reduced
Economic Impact:
✔ Saves foreign exchange
✔ Improves trade balance
✔ Reduces dependency on food aid
✔ Strengthens macroeconomic stability
3️⃣ Employment and Rural Income
Wheat production:
Supports millions of smallholder farmers
Creates seasonal and permanent employment
Generates income for:
Farmers
Laborers
Traders
Transporters
Agro-processors
In rural Ethiopia, increased wheat productivity means:
Higher household income
Poverty reduction
Better resilience to climate shocks
4️⃣ Agro-Industrial Development
Wheat supports:
Flour mills
Pasta factories
Bread and bakery industries
Animal feed industries
Growth in wheat production stimulates:
Agro-processing sector expansion
Urban job creation
Industrial GDP growth
This aligns with Ethiopia’s industrialization and import substitution strategy.
5️⃣ Inflation and Food Price Stability
Wheat is a staple food in urban areas.
Low domestic production leads to:
High wheat and flour prices
Bread price inflation
Urban cost-of-living pressure
Higher domestic wheat production:
Stabilizes food prices
Reduces inflation
Protects low-income households
Food inflation has a direct impact on overall inflation in Ethiopia.
6️⃣ Regional Development Impact
Major wheat-producing regions:
Oromia
Amhara
SNNP
Tigray
Afar (irrigated wheat expansion)
Increased wheat investment:
Improves irrigation infrastructure
Expands rural roads
Encourages technology adoption
Strengthens agricultural research systems
7️⃣ Climate and Irrigation Transformation
The shift to:
Irrigated wheat
Cluster farming
Mechanization
Improved seed varieties
Has led to:
Higher productivity (above 3 tons/ha in many areas)
Reduced climate vulnerability
Year-round production capability
This strengthens long-term economic resilience.
8️⃣ Challenges Limiting Economic Impact
Despite progress, constraints remain:
Climate variability
Rust diseases (yellow rust, stem rust)
High fertilizer costs
Limited mechanization
Post-harvest losses
Market inefficiencies
Addressing these challenges could further increase wheat’s economic contribution.
9️⃣ Strategic Economic Importance
Wheat production impacts Ethiopia through:
Economic Area
Impact
GDP
Boosts agricultural growth
Trade
Reduces imports & saves forex
Employment
Supports millions of rural jobs
Industry
Strengthens agro-processing
Inflation
Stabilizes food prices
Food Security
Reduces hunger & vulnerability
🔎 Overall Economic Conclusion
Wheat production is not just an agricultural activity in Ethiopia — it is a macroeconomic stabilizer and national food security pillar.
Increasing wheat productivity and expanding irrigated wheat:
Strengthens economic sovereignty
Reduces foreign currency pressure
Enhances rural livelihoods
Supports industrial transformation
For Ethiopia, wheat is both a food security crop and a strategic economic asset.
politics is a "dirty game" ?
Politics is often described as a "dirty game" due to the prevalence of unethical behavior, corruption, and power-seeking maneuvers that prioritize personal or party interests over the public good. It involves tactics like manipulation, deception, and betrayal, often driven by intense competition for power.
Key reasons for this perception include:
Corruption and Self-Interest: Politicians may engage in bribery, nepotism, and embezzlement. Many prioritize their own interests or those of their party over the welfare of the people.
Manipulation and Deception: The use of misinformation, propaganda, and false promises is common to gain support.
Intense Power Struggles: The intense competition can lead to backstabbing, character assassination, and alliances based solely on convenience.
Negative Campaigning: Campaigns often focus on attacking opponents rather than presenting constructive policies.
Lack of Transparency: Decisions are frequently made behind closed doors, leaving the public misinformed.
While often viewed as "dirty," some argue that politics itself is a necessary tool for democracy, but it becomes "dirty" when driven by self-serving actors.
03/01/2026
Tilmaamaa Badhaafamaa!
Tapha kubbaa miilaa piriimiyar-Liigii Ingilizii , Maanchiister Siiti fi Cheelsii gidduutti bor galgala sa’aa 12:30 irraa eegalee taphatamu- Tilmaamaa Badhaafamaa!
Namootni dursanii tilmaama sirrii deebisan 3’f Paakeejii sagalee daqiiqaa 1400 fi intarneetii GB10 kan ji’a tokkoof turu badhaafamu.
Seera dorgommichaa:
1. Tilmaama keessan sanduuqa yaadaa (Comment Box) fuulaa feesbukii Baankii Siinqee keessatti barreessaa
2. Fuula miidiyaalee hawaasaa baankichaa hunda hordofuu, hiriyyoota keessaniif qooduu akkasumas 'like' fi 'subscribe' gochuu!
Hubachiisa
Tilmaama barreesitan ‘’edit’’ gochuun hin danda'mu.
Sanbata boqonnaan guute isiniif haa ta’u! Carraa Gaarii!
ይገምቱ! ይሸለሙ!
በነገው ዕለት ማታ 12፡30 ጀምሮ, በማንችስተር ሲቲ እና በቼልሲ መካከል በሚደረገው የእንግሊዝ ኘሪምዬር ሊግ ጨዋታ ዉጤት በትክክል በመገመት ይሸለሙ!
ቀድመዉ በትክክል ለገመቱት 3 ሰዎች ለአንድ ወር የሚቆይ 1400 ደቂቃ የድምፅ እና 10 ጂቢ የኢንተርኔት ጥቅል ተሸላሚ ይሆናሉ።
የዉድድሩ ህጎች፣
1. ግምታችሁን በሲንቄ ባንክ facebook ገጽ ሀሳብ መስጫ ሳጥን (Comment Box) ዉስጥ ይፃፉ::
2. ሁሉንም የባንኩን የማህበራዊ ድረ-ገፆች ይከታታሉ፥ ለዘመድ ወዳጅ ያጋሩ፥ ይወዳጁ ፣ ሰብስክራይብ ያድርጉ።
ማሳሰቢያ
የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።
መልካም ሰንበት ይሁንልዎ! መልካም እድል!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Contact the business
Telephone
Website
Address
Adama