Bahar Gadaa ITF

Bahar Gadaa ITF

Share

Si fayyadullee yoon dadhabe is miidhu

12/07/2026

Gowwummaafi hayyuummanis
Abbaa qabdi quba qabaadhu

17/05/2026
09/10/2025

Bahar on TikTok 146 Followers, 217 Following, 452 Likes - Watch awesome short videos created by Bahar

28/05/2024

Itti yaaduu gaafata murteessuun dura

28/05/2024

Gaarii yaadduus hammeenyan maqaa kee yoo dhahanis dhugaa kee ukkamsani shiraan maqaa kee xurreessanis dhugaan hin badu
Dhugaan galgala galti.

Photos from Bahar Gadaa ITF's post 10/05/2024

Badhaatuu dachee oromiyaa haadha gootoota lafa albuudaa

09/05/2024

Yaa rabbi nuuf laaffisi gufuu fi gufaata nurraa qabi

09/05/2024

Yòo si miidhe kan si fayyadu fakkaate
Yoo si nyaate si arraabee
Deemsaaf talbaa tahee yoo mucucate
Rabbiin kee siif jira abdadhu uumaa ke

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address


Oromiya
Adama