𝗗hoombir 𝗚lobel 𝗠edia

𝗗hoombir 𝗚lobel 𝗠edia

Share

Sport

23/08/2025

Mu'aaz Tamaam
Viktor Gyokeres ⚽⚽🔥

Photos from 𝗗hoombir 𝗚lobel 𝗠edia's post 14/08/2025

Ajaa'iba!

Daalachaan hidhame jechuu dhagahaa jirraa,dalachaan balleessaa namaan alaa maal balleesse?

Namni tokko tokko baga qabamee hidhame Haadha namaa arrabsaa oolaa jedhu,ani kan jedhu seerrii Ethiopia🇪🇹 huni ilmaanuma Oromoo irratti hojjataa?

Yoni Manyaan wanti inni hin arrabsin jiraa? Haadha namaa Amantiin nama sabaaf sablammiin inni hin arrabsin jiraa?

Biyyatti diina Oromoo taate tana keessa burraaqaa ture,seerichi kuni isarratti hin hojjatuu?🙉

Kana yoo jedhu Daalachaan sirrii hojjate jechuu kiyyaa miti, wal qixxummaan biyya san keessatti maa dhabameedha

Photos from 𝗗hoombir 𝗚lobel 𝗠edia's post 14/08/2025

Yuunivarsitiin Minisootaa damee Itiyoophiyaa barattoota isaa sadarkaa adda addaatiin eebbisiisaa jira.
Sirni eebbaa kunis Hoteela Sharaatanitti kan gaggeeffamaa jira,Masha Allah Barumsi dhuma hin qabu,

Haa barannu📖

04/03/2024

Arjaan kennaa hin quufne Arsenal 5🖐️ arjoomee jira😅🤣

02/09/2023

Sagantaa Eebba Barattootaa Markaza -Hijraa
Guyyaa 04-13-2015 Godina Baalee Magaalaa Alii.

04/08/2023

Warri Dubai hedduu galatooma,Dargaggeessa jaba Mohaammed Firaan Deksiso Uffata kabajaa akkana uffisuu keessaniif🙏

16/05/2023

Mohaammed Deksiso HIN DUUE Nagahaan koottu❤️🙏💚

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Adama