Ethio athletics center

Ethio athletics center

Share

the ways of athletics idea

12/07/2026

መሪር ሀዘን!!😭😭😭

አትሌት ራምቦ ዱርሳይ የ110መሰናክል የኢትዮ ኤሌክትሪክ አትሌት የሆነዉ በደረሰበት ድንገተኛ አደጋ በትላንትናዉ ዕለት ህይወቱ አልፏል።

በአትሌት ራምቦ ዱረሳይ ህልፈት የተሰማኝ ሀዘን እጅግ ጥልቅ ነው። ለቤተሰቦቹ፣ ለወዳጆቹ እና ለመላው የአትሌቲክስ ቤተሰብ ከልብ መጽናናትን እመኛለሁ።

ነፍስ ይማር!!😭😭
Via China abdi

Photos from Ethio athletics center's post 12/07/2026

የኦሮሚያ ፖሊስ ስፖርት ክለብ በቅርብ ጊዜያት በሀገር ውስጥና በአለም አቀፍ መድረኮች ላይ እያስመዘገበ ያለው ተከታታይ ድል በአመራሩ፣ በአሰልጣኞችና በአትሌቶች መካከል ባለው ጠንካራ ቅንጅትና ስራ የመጣ መሆኑን በግልጽ ያሳያል። ክለቡ በተለይም በማራቶን እና በረጅም ርቀት ውድድሮች እንዲሁም በትራኩና ድሮዎች ላይ እያሳየ ያለው የበላይነት የሚደነቅ ነው።
የክለቡን ስኬታማ ጉዞ የሚያሳዩ ዋና ዋና ነጥቦች፦
የ ዛሬ ሐምሌ 05/11/2018 ድል፦ የኢትዮጵያ ሀገራዊ ምክክር ኮሚሽን ባዘጋጀው የ5 ኪሎ ሜትር የጎዳና ላይ ሩጫ ውድድር ላይ በሁለቱም ጾታዎች (በወንዶችም በሴቶችም) አንደኛ በመውጣት ክለቡ ያለውን የላቀ ብቃት በድጋሚ አስመስክሯል።
ለምሳለ፦ ክለቡ በነቀምቴ፣ በሀዋሳ፣ በአዲስ አበባ እንዲሁም በአለም አቀፍ የውድድር መድረኮች ላይ ጭምር በደመቀ ሁኔታ ማሸነፍ መቻሉ በየደረጃው ያለውን ጠንካራ ዝግጅት ያሳያል።
የአመራርና የቴክኒክ ቅንጅት፦ ከኦሮሚያ ፖሊስ ከፍተኛ አመራሮች ጀምሮ እስከ ታችኛው የአሰልጣኞች ቡድን ድረስ ያለው የተቀናጀ ድጋፍ እና እቅድ ለአትሌቶቹ የስነ-ልቦና እና የቴክኒክ ጥንካሬ ትልቅ አስተዋጽኦ አበርክቷል።

Photos from Oromia Police's post 07/07/2026
Photos from Ethio athletics center's post 05/07/2026

Waxabajji 28,2018
Shaampiyonaan Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Istaadiyoomii Wallaggaatti gaggeeffamaa ture xumuramee ilaalchise Gaggeessan Kilaabi Ispoorti Poolisii Oromiyaatiif taasifame jira.

Gosota Ispoortii garaagaraan Kilaboota 9fi Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Oromiyaa 16 irraa kan hirmaachise dorgommichi Atileetota 991 gidduutti guyyoota torbaaf gaggeeffamuun dorgommichi guyyaa har'aa goolabamee jira.

Sirna xumura dorgommichaa fi Gaggeessa Kilaabi Ispoorti Poolisii Oromiyaa irratti kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Obbo Masarat Haayiluu yaada kennaniin, Ispoortiin walitti dhuufeenya hawaasummaa cimsuu keessatti gahee guddaa kan qabu ta'uu kaasanii, isinis turtii keessan Magaalaa Naqamtee keessatti taasiftaniin aadaa fi seenaa Naqamteefi Wallaggaa maal akka fakkaatu hubaachuun, hojiiwwan misoomaa magaalattii daawwattaniin bakka deemtan hundatti ambaasaaddaroota Magaalaa Naqamtee ta'uun beeksisaa, Yeroo biraas hiriyootaafi maatii keessan waliin dhuufuun akka daawwattan jechuun dhaamanan.
Ajajan Qaj/Poolisii Bul/Magaalaa Naqamtee Kom.Muluu Gammachu gama isanin afeera kana irratti haasa'aa taasisanin poolisiin Oromiyaa hojii Nageenyaa kabbachisu bu'aan gaariin akkuma argama jiru gama ispoortitinis hanga sadarkaa idil-adunyaatis maqaa Biyyaa keenyafi naannoo keenyaa akkasumas maqaa Poolisii Oromiyaa olkaasani waamsisu irraatti gaheen Atileetota keenya olanna ta'u imalaa bakka deemtaniti carraa gaariin akka isiin ta'uu jechun dhamsa isaan dabarsan jiru.

Dorgommii kilabootaatiin Kilabiin Poolisii Oromiyaa dubaraan qabxii 222, dhiiran immoo qabxii 245 galmeessuun walumaagalatti qabxii 467n shaampiyonaa waancaa taheera.
gamma biroottin hogganton, leenjisitoon ,atiletoota hundii wali ta'uun gaggeessaa godhameef hooggantoota keenya galateeffachuun suura kabajamoo General Dirbaa mokonniifi suura isaan yeroo geeba kennan badhaasaniiru.

Photos from Ethio athletics center's post 04/07/2026

Shaampiyoonaan Atileetikisii Oromiyaa marsaa 17ffaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffame kun sadarkaa qophii fi raawwii isaan baay'ee ajaa'ibaa fi kan dorgommii idil-addunyaa fakkatu dha.
Hojiirra Oolmaa Yeroo (Time Management): Akkaataan itti fayyadama sa'aatii, galmeessa atileetotaa fi sagantaa badhaasaa dabalatee dorgommichi qulqullinaa fi saffisa ol'aanaan dhiyaachuun isaa fooyya'iinsa guddaa agarsiisa.
haaromsa murteessitoota fi Geeggessitootaa: Jijjiiramni dorgommicha irratti mul'ate, dorgommichi loogii tokko malee qulqulluu fi amansiisaa akka ta'u gochuu keessatti shoora guddaa taphateera.
Sadarkaa Idil-addunyaa: Sagantaan jalqabaa irraa kaasee hanga xumuraatti haalli dorgommichaa fi dandeettiin geggeessummaa calaqqise sadarkaa dorgommii gurguddoo addunyaa kan madaaludha.
Milkaa'ina kanaaf Federeeshinii Atileetikisii Oromiyaa fi qopheessitoota hundaaf galatni fi kabaji ni malaf.

04/07/2026
04/07/2026

Sirnaa Badhassaa gebaa

04/07/2026

3km Steeplechase Oromia champion in Nekemte City welega stadium

04/07/2026

3 km Steeplechase Oromia champion in Nekemte City welega stadium

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Addis Ababa