Jila Gadaa Teakwondo Organization - JGTO

Jila Gadaa Teakwondo Organization - JGTO

Share

Our Organization is the best place for giving professional training of Teakwonds for all peoples.

I have 5th Dan (5th Degree) of international Teakwondo sport and I trained many peoples from all over Addis Ababa and around.

29/05/2026

Eid Mubarak
3 bagaa geenyee guyyaa

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 10/03/2026
Photos from Jila Gadaa Teakwondo Organization - JGTO's post 09/03/2026

Harargee Biyyaa Jaalalaa

10/01/2026

Dr.Abiyyi Itiyoophiyaa Afrikaa keessa biyya humna waraanaa jabaa qabdu taasisaa jiru.Humni waraanaa keenya rifoormii Abbichuun gaggeesseen haalaan ijaaramee jira.Humni galaanaa kana dura diigamee ture deebi’ee ijaaramee jira.Akkasuma humni qilleensaa laaffatee turellee haalan jabaatee ijaaramee jira.Kana malee humni lafoos akkuma humna galaanaa fi humna qilleensaa leenjii fi hidhannoo ammayyaa yeroon gaafattuun of gahoomsee jira.

Photos from Musalawyer:Seerri Maal Jedha?'s post 10/01/2026
Photos from Jila Gadaa Teakwondo Organization - JGTO's post 10/01/2026

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Sirna Galmee Filattootaa fi Kaadhimamtootaa Dijitaalaa eegalchiise
***************************

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoon waliigalaa bara 2018tii teeknooloojiidhaan kan deeggaramu akka ta’u gochuuf Appilikeeshinii Mobaayilaa fi Weebii lama ifoomse.

Boordichi sagantaa sirna galmee filattootaa fi kaadhimamtootaa dijitaalaa eegalchiiseera.

Waltajjicha irratti kan argaman Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa obbo Teewodiroos Mihrat, adeemsa filannoo ifa gochuudhaan amanamummaa gabbisuuf sirna hojmaataa teeknoolooiidhaan deeggarame uumuun barbaachisaa himan.

Walittiqabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Meelaatwarq Hayiluuu ga,ma isaaniitiin, sirni dijitaalaa kun si’oominaaf, odeeffannoon sirrii ta’uu mirkaneessuuf, hunda kan haammate akka ta’uu fi baasii hir’isuuf kan gargaaru ta’uu himan.

10/01/2026

: Boordichi sirna galmee Diijitaalaa filattoota fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiise.

Sirna galmee diijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa kana hojii eegalchiisuun waggaa tokkoof walakkaa ol fudhachuu Walitti Qabduun Boordichaa Meelaatawarqi Hayiluun dubbataniiru.

Sirnichi hojii eegaluun isaa, qulqullina hojii, odeeffannoo sirrii, hammataa, baasii xiqqaa fi dhaabbaticha sadarkaa idil addunyaatti guddisuuf gargaara jedhan.

Boordichi hojmaata waraqaarraa gara diijitaalaatti ce’uun isaa boqonnaa guddaa ta’uu Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Teediroos Mihiraat ibsaniiru.

Ijaarsa sirna diimokiraasiif walabummaan dhaabbilee filannoo murteessaa ta’uu eeruun, sirni galmee diijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa ammoo caalmaatti amanamummaa kan mirkaneessuudha jedhan.

Sirnichi filmaatawwan 3 kan qabu yoo ta’uu, appilikeeshinii Filannoo jedhamu, Marsariitii fi buufataalee filannootti argamuun Taabileetiin galmaa’uu ta’uu ibsan.

Akkasuma qaama miidhamtootaaf haala mijatuun qophaa’uu ibsame.

Dhugaa Media

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Bole Bulbula
Addis Ababa
NONE

Opening Hours

Monday 06:00 - 17:00
Tuesday 07:00 - 17:00
Wednesday 07:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 07:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00