Oromia

Oromia

Share

Art,science, sports, actions all are available

10/09/2022


19/08/2022
02/08/2022

Oromoon walii galee dhukaasee miti, walii galee diina isaan oodee jennaan diinni isaa guyyaa tokkotti baddi.

01/08/2022

✅️Ilaalchawwan Geggeessummaa Kanneen Bu’uuraa!

Geggeessitoonni namoota hordoftoota isaanii geggeessanii galma yaadameen ga’uuf kanneen ka'anii dha.
‼️ Naannoo Keenya Namoota Gosa Afurtu Jiru:

1:-Wallaalaa Wallaalummaasaa of irratti hin beekne:
Namni akkasii gowwaa waan ta’eef irraa baqadhu.

2:-Wallaalaa wallaalummaasaa beeku:
Namni kun bilchina waan hinqabneef barsiisi.

3:-Beekaa akka beekaa ta’e hin beekne:
Namni kun goota rafe waan ta’eef dammaksi.

4:-Beekaa akka beekaa ta’es hubate:
Namni kun geggeessaa waan ta’eef hordofi.

01/08/2022

KAAYYOON LAAYYOO MITI.
Qabsoon baabura, abbaan dhugaa itti cichee galmaan gaha,ololtuunis iddoo barbaaddee geesse irra buuti.Qabsoon laayyoo miti, murannoo barbaada.Qabsoon adeemsifamu akka dhuunfaa fi akka gamtaatti(waloo/sabaa) adda bahee ilaallamuu danda’a.Qabsoon dhuunfaa fedhii fi dandeettii dhuunfaan taasifamu irratti hundaa'a.Abbumaatu galmaan gaha,yoo nam-kaayyoo ta'e.Qabsoon sabaa waldhageettii, walhubannoo fi walii beekuu gaafata,firiin qabsicha illee kanuma irratti hundaa'a.

OROMIYAAN BIYYA

31/07/2022

Nagaan bulaa.

31/07/2022

✅️ Wɑntootɑ 4 milkɑɑ'inɑɑf bɑrbɑɑchisoo tɑ'ɑn keessaa:-

️➊. Wɑntɑ bɑrbɑɑdduu fi eessɑ ɑkkɑ ɑdeemtu murteessi!
—(Decide whɑt you wɑnt ɑnd where you wɑnt to go)

️➋. Gɑlmɑ xumuurɑɑ qopheessi! Gɑlmichɑ gɑhuuf kɑroorsi!
—(Set ɑ deɑdline ɑnd mɑke plɑn to get there)

️➌. Kɑroorɑ kee irrɑtti hojjɑdhu! guyyɑɑ guyyɑɑdhɑɑn kɑllɑttii gɑlmichɑɑtti imɑli!
—(Tɑke ɑction on your plɑn; do something every dɑy to move towɑrd to your goɑl)

️➍. Hɑngɑ milkɑɑ'inɑɑtti Gonkumɑɑ:

➛ Hin dhɑɑbɑtin!
➛ Hin lɑɑfin!
➛ Mogoleen si in bu'in!
➛ Hɑrkɑ hin kennin!
—(Until Succed, you will never give up )

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Addis Ababa
1000