Adinan kalid
Asalamalekum ordoftota nabii muhamed nagafi ramani fabbi isinira hajiratu
Allan bika yaremadan
17/02/2022
Asalamalekum kotame altaka mashallaa na jedha hadha mana salii nargadhee
Sirba afaan oromo Local business
31/01/2022
Afaan (Lugaa) - NuuralHudaa Qophii Abu Ibtisam Afaan meeshaa wal qunnamtiiti. Kennaa ajaa’ibaa Rabbiin guddaan ilma naatiif arjoome keessaa tokko afaani. Ilmi namaa afaaniin waliin haasawee quuqaa walii ibsata. Afaaniin walitti dubbatee rakkina jidduu isaa jiruuf furmaata barbaada. Waranni meeshaa waraanaatiin xumuramu, jalq...
31/01/2022
Waraana Ardii Afrikaa - NuuralHudaa Qophii Abu Ibtisam Akka daataan lakkofsa ummata addunyaa kan October 2018 bahe mul’isutti, dachii tanarra ummata biiliyoona 7.7 oltu jiraata. Ummata biiliyoona 7.7rraa dhibbeentaan 60% Eeshiyaa, Dhibbentaan 16% ammoo Afrikaa, Parsantiin 10 Awrooppaa, Dhibbentaa 7.5 Ameerikaa Kaabaa, parsantii 5.5 ...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa