17/02/2026
Ramadaan mubarak dhamaan ๐๐นโค๏ธ
ุงูููู
ุงููู ุนูููุง ุจุงูุฃู
ู ูุงูุฅูู
ุงู ูุงูุณูุงู
ุฉ ูุงูุฅุณูุงู
ูุงูุนูู ุนูู ุงูุตูุงุฉ ูุงูุตูุงู
ููุฑุงุกุฉ ุงููุฑุขู ุงูููู
ุณูู
ูุง ูุฑู
ุถุงู ูุณูู
ู ููุง ูุชุณูู
ู ู
ูุง ู
ุชูุจูุง ูุงุฑุจ ุงูุนุงูู
ููุ ุงูููู
ุฃุนูุง ุนูู ุงูุตูุงู
ูุงูููุงู
ูุงุฌุนููุง ู
ู
ู ูููู
ู ุงูู
ุงูุง ูุงุญุชุณุงุจุง
ุงูููู
ุงุฌุนูู ุดูุฑ ุนุฒ ููุฅุณูุงู
ูุงูู
ุณูู
ูู
ูุงุฑุจ ุงูุนุงูู
ูู..โค๏ธโ๐ฉน
Ramadaana Mubaarak ๐๐นโค๏ธ Nagaa, nageenyi, humna kadhannaa, sooma, fi Qur'aana qara'uuf haa qabaattu. Yaa Rabbii Ramadaana keessatti nageenyi nuuf kenni, Ramadaanas nageenyi nuuf kenni, nurraas qeebali yaa Gooftaa Aalamaa. Yaa Rabbi soomana fi salaatuuf nu gargaari, warra iimaanaan kabajuu fi mindaa kee barbaadu keessaa nu taasisi. Yaa Rabbi ji'a ulfinaa Islaamaa fi Muslimootaaf godhi. Yaa Rabbi nageenyaa fi iimaanaan nurratti fidi. Ameen. Yaa Gooftaa Addunyaa..โค๏ธ ๐ฉน
Ramadan Mubarak ๐๐นโค๏ธ May you have peace, safety, and strength to pray, fast, and recite the Quran. O Allah, grant us safety in Ramadan, and grant Ramadan safety for us, and accept it from us, O Lord of the Worlds. O Allah, help us to fast and pray, and make us among those who observe it with faith and seeking Your reward. O Allah, make it a month of glory for Islam and the Muslims. O Allah, bring it upon us with security and faith. Amen. O Lord of the Worlds..โค๏ธโ๐ฉน
15/04/2024
๐ฟ๐๐ง๐๐จ๐๐ ๐
๐๐๐ก๐๐ก๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐ฉ๐๐ ๐๐ค๐ง๐ ๐๐ช๐ฃ๐๐๐๐...
๐๐๐๐ก๐ช ๐๐ช๐ช๐ง๐๐ก ๐๐๐ฎ๐ฃ๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐ช๐ช ๐ฟ๐๐๐๐จ๐:
1. Namni ati jaalatte dubartii dachii tana irra jirtu.
2. Dubartiin immoo ilma namaati. ilmi namaa balfa garaa bahu,laguu fi fincaan mara of keessaa naqa.
3. Nuural Eeyniin jannata keessa jirti jechaa dhageenye,teessoo jijjiirachuu hin dhageenye.
4. Nuural Eeyniin osoo dachii tana irratti tan qoodamtu ta`eetii, ummatni maaf kuwaasiin garaachi irraa dhuma.
๐๐ ๐ผ๐ฃ๐ ๐
๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐ ๐ฟ๐ช๐๐๐ง๐ฉ๐๐๐ฃ ๐๐๐ฃ ๐
๐๐ง๐ฉ๐ช ๐๐๐ฃ ๐
๐๐๐๐๐ฃ:
1. Waan jaalatte ofii keetii faarfadhu.sunis jidduu keetii fi Isiitti.
2. Jaalala Nama Jaalattee ibsuuf,Dubartii biraa tuquun sirra hin jiru.
3. Wanti jaartiin tee baatte waan addaatii miti.daabboma takkittii Rabbiin banii aadamiitiif Kenne.
๐๐๐ง๐ค๐ค ๐๐๐๐๐๐๐ฃ ๐ผ๐ฃ๐๐๐ฉ๐๐ ๐๐จ๐๐ฃ ๐๐ค๐ง๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐ฃ ๐๐๐๐ฃ๐๐ฃ๐๐.
1. Adaraa Rabbii yeroo simmeetiin mataa isin kore,jaartii teessanitti malee social Media tti hin dhufinaa.
๐
๐๐๐ก๐๐ก๐ ๐ฝ๐๐ง๐:
1. Jaalalli bifa,gosaa fi sadarkaa qaba.machii jaalalaatiin xuzzi jechuun dura,waan jaalattan addaan baafadhaa.jaalala keessaniifis sadarkaa kennaa deemaa. jaalala kaaliqaa fi makluuqaa walitti hin laaqin.
๐๐ก๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐ก๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ช:
Namni waa jaalatu ulaagaa qabaachuu qaba.ulaagaan ati lafa kaayattu kan Rabbiin gammachiisu malee,kan dallansiisu ta`uu hin qabu.
๐ฟ๐๐๐ฃ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ช:
1. Ilmi namaa dhaloonni,jireenyii fi duuti isaatis daangaa qabdi.jaalala keessattis daangaa qabaadhu.galaanni waan hunda haree deemus daangaa mataa isaa qaba.
2. ilma namaa jaalachuu keessatti daangaa hin dhabin.
jireenyaan,waldhabaan,wal hiikkaan,wal jibbaan, fi du`aanis daangaa argachuun waan hin hafneef, ammuma of barsiisi.
๐๐๐ฃ๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐ง๐จ๐ช๐ช ๐๐๐๐จ๐จ๐๐ ๐ฝ๐๐๐:
1. Fageenya irraa wanti yoo baratan fedhii namaaf guutu barnoota 2. fageenyaa qofa.
3. Akka lukkuu qilleensaan killee dhaltuu hin ta`inaa.isin allaattii miti.
4. Hanga ilma namaa faarsuun mataan si dhukkubu Rabbiin Faarsi.
๐ฟ๐๐๐ฃ๐๐๐๐ข๐๐ ๐๐`๐๐ ๐๐๐ช๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐๐ช:
1. Biyya keessa hin jiraanne yaaduu dhiisi.
2. Waan Takkaa Rabbi Ijaan sin argisiisin ragaa bahuufii dhiisi.
3. Simmeetii Keessaa bahi.bishaan qabbanaa`aan wodda`adhu yoo of dadhabde.
๐ฟ๐๐ค๐ ๐๐๐๐๐ช:
1. Namni waan gaarii qabu ni dhokfata.
2. Ati naggaadee killeetii miti,kan waan qabdu hunda aduu keessa ol fuudhaa aalama hundatti mudhifattu.
3. Foon ati qilleensa gubbatti gurguraa ooltu kana, Rumichi si harkaa hin fudhatin.
๐ฟ๐๐๐ฃ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ฃ ๐ผ๐ง๐ง๐๐๐จ๐๐๐จ๐๐ฃ:
1. Mataan kee ta`us,maqaan baattee jirtu garuu keenya hunda.
2. Fakkaataan kee uumamuu mala.fakkeenya hamtuu ta`uun nama kalaama rabbii barate irraa hin tolu.
3. Gaafa Sheekni dhuufe,darasaan ni albaati jedhan. ijoollee akkam akka walitti qabdee akka barsiiftu rabbitu beeka.
4. Diin amala,amaanaa fi hayaa`a ta`uu hin dagatin.
๐๐๐ข๐ ๐๐ช๐ง๐ ๐๐๐๐ ๐๐ค๐ง๐๐๐๐ช:
1. Dhiira ta`uun uumama.dhiirsa ta`uun immoo qormaata dabruu waan gaafatuuf,kuftee hin eegin.
๐๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ๐ป ๐๐ถ๐๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฎ ๐ฆ๐ต๐ฎ๐ต๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐๐ฎ๐ป ๐ต๐๐ป๐ฑ๐ถ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป ๐ฏ๐ถ๐น๐ฏ๐ถ๐น๐ฎ ๐น๐ฎ๐ณ๐ฎ ๐ธ๐ฎ๐ฎ`๐ฎ๐ฎ๐๐ถ๐ถ,๐ฆ๐ผ๐ผ๐บ๐ฎ๐ป๐ฎ๐๐๐ถ ๐ฆ๐ฒ๐ฒ๐ป๐ฎ๐ฎ.
06/04/2024
"Simboo jechaa fi gochi isaas wal fakkaatu" J-M!
Qaallichi waan dhalateef beeka. Addaa fi addunyaas qaba!
06/04/2024
Suuraan Janhooyiifi Sheikhaa Magaalaa Dirree Dawaati ture. Bara 1960n keessa. Namni Sheikha Kana maqaa beekhe comment jalatti haa barreessu.
Badhaasa Qabda!!๐๐๐๐๐
06/04/2024
Allaahumma innika afuwwun tuhibbul afwa faโafu annaa
ุงููููููู
ูู ุฅูููููู ุนูููููู ุชูุญูุจูู ุงููุนููููู ููุงุนููู ุนููููุง