Finfinne Sport
Oduu Ispoortii Afaan oromoon hordoftoota keenya biraa ni geenya
04/10/2025
Ruben Amorim has said he won't resign as Manchester United head coach 🗣️
13/04/2025
Cheelsiin morkii cimaan kan irratti mul'achaa jiru hirmaannaa dorgommii shaampiyoonsi liigii bara dhuftuuf haala mijeeffachuuf dirree ofii istaanfoordi biriidgi irratti Ipswich Town sa'a 10:00 irraa kaasee nii keessummeessa.
13/04/2025
Liiverpuul imala gara waancaa jabeeffachuuf Tapha sa'a 10:00 irratti Weest haam waliin qabuuf haala kanaan Hiriira taphattoota isaa ifoomsee jira.
10/03/2024
Liiverpuuliifi Man siitiin haala kanaan walitti qopha'aa jiru. Eenyutu injifata jettu. Yaada keessan kennaa.
Baga bara 2016 nagaan geessan!!!
31/08/2023
Ramaddiin tapha shaampiyoonsi liigii Awurooppaa har'a ifoomee jira. Ramaddii Kamtu cimaadha jettanii yaaddu? Yaada keessan comment irra nuuf ka'aa.
Finfinne Sport
28/08/2023
Sadarkaa tapha piriimiyeer liigii Ingilizii kan torban sadaffaatiin Maanchiister siitiin qabxii 9 sassaabbachuun dursuu eegalee jira.
Finfinne Sport
26/08/2023
Baga gammaddan
Atileet Amaanee Bariisoo dorgommii Maraatoonii dubartootaa injifatte.
Fiigichi maaraatoonii dubartootaa Budaappestitti dorgomameen Atileet Amaanee Bariisoo 1ffaa bahuun Itiyoophiyaaf warqee argamsiifteetti.
Atileet Gooyitiitoom Gabrasillaasee 2ffaa bahuun meetii Itiyoophiyaaf argamsiifteetti.
Finfinne Sport
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Addis Ababa