23/01/2025
Taphoota Kaleessa Taphatameen Wolumaa Galattii Gooliwwaan 59 ⚽️ Laakkofsiifamaniiru
59 goals 🍿
Kilabiin kee Goal Meeqa Galche ?
Oduuf Odeeffannoowwan ispoorti biyyaalessa guyyaa Guyyaadhan page kana irraa argattu follow godha!
23/01/2025
Taphoota Kaleessa Taphatameen Wolumaa Galattii Gooliwwaan 59 ⚽️ Laakkofsiifamaniiru
59 goals 🍿
Kilabiin kee Goal Meeqa Galche ?
24/02/2024
✅Tapha Piriimeer Liigii Inglaand torbee 26ffaa
⏰Boqonnaa
Arsenaal 2-0 Niwkastil
⚽️Botmaan 18'(Og)
⚽️Havarteez 24
02/11/2023
✅Bara dorgommii kana taphoota hunda iratti taphatoota Livarpuuliif goolii hedduu lakkoofsisan.
👉Mohaammed Saalaa 10
👉Daarwiin Nuuneez 7
👉Diyaagoo Jootaa 6
👉Koody Gaakpoo 4
👉Luwiiz Diyaaz 3
01/11/2023
Kilaboota ingiliz Keessaa Kam Deeggarta ?
Kam Akka Diinaatti Jibbita😊
29/10/2023
🚨 Leenjisaan Arsenaal Mikaa'el Arteetaan Zubimendii Riyaal Sosodaayida irraa fudhachuu barbaada.
29/10/2023
Mee Tapha Darb Manchester Amma Dhumeen Man City 3-0 Man Untid Mo'ateera.
Mo'amuu Man Untid'f Sababa ta'a jedhe Kaanan yaadu, Hiriirri isaan Dirree seenan Bareedaa Hin Turre.
Nama teessisuu qaban dhiisanii Nama teessisuu Hin qabne teessisaan. Jechuun Koo Green Tokko Carraa Goolii galchuu kan inni Argachuu danda'u taphataa sarara Bitaafi Mirgaa Kan Kubbaa qabatee tursuu danda'u ta'uu qaba
Kana Yoon jedhu Gara Sammuu Keessanii Taphataan dhufu me Eenyuudha ?
Deegartoonni Garee Lameenu Mee Komentii Irraatti Yaada keessan ka'a
Everyone
27/10/2023
.
🗣️Gaazexessaa " Muudriik kubbaan Arsenaal irratti lakkoofsifte dinqisiifannaa heddu argachaa jira. Yaanni akkasii akkamiin siif dhufe?"
🗣️Maaykaahiloo Moodriik "leenjisaa goolii eegdota Cheelsii ka tahan Toonii Hemeneez na waamanii' Daaviid Raayyaa sochii fi dhaabbii isaa ijaan too'adhu 'naan jedhan "jedha.
🗣️Itti dabaluun' Inni yeroo heddu gooliin ala baha waan taheef kubbaa samiirraa yoo ergite salphamatti galchii lakkoofsisuu dandeetta 'naan jedhan" jedhuun Dubbate.
EveEveryone@fo@followers
21/10/2023
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha har’a Liivar Puul sa’aatii 8:30 irraa eegalee Eevartan keessummeessuun ni eegalama.
Waaree booda sa’aatii 11:00 irraa eegale taphoonni 5 kan taphataman yoo ta’uu, taphni Maanchiisteer Siitiin Istaadiyeemii Itihaadirratti Biraayitan waliin taphatu xiyyeeffannoo argateera.
Taphni galgala sa’aatii 1:30 irraa jalqabe Kilaboota Masaanuu Landan Cheelsii fi Arsenaal gidduutti taphatamus si’oominaan eegama.
Halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Sheefiild Yuunaayitiid Maanchiisteer Yuunaayitiid waliin ni taphata.
Tootenhaam qabxii 20 liigicha yoo dursu, Arsenaal qabxii walfakkaatuun sadarkaa 2ffaa irratti argama.
Hora Bulaa Deebana 🥰
21/10/2023
Tapha Arsenaal fi Chelsii eenyu mo'ata?
Ogeessi kubbaa miilaa BBC Kiriis Saatan tapha kana Arsenaal 1-0 injifata jedhee tilmaame.
Tilmaamni keessan akkami?
Everyone
Yooyyaa Maatii Fi Jaalattoota Kubaa Miilaa jirra jirtuu ? Ji'oottaan Muraasaaf Fuulaa Facebook irraa Sababa Connection dhabamnee turre, Amma Deebineerra jirtuu ?🤩🥰
25/08/2023
😁Barana Ammoo Piirmeer Liigichaa