SKY Ispoortii SI

SKY  Ispoortii  SI

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from SKY Ispoortii SI, Sport & recreation, Finfinnee, Addis Ababa.

18/08/2026

👥Taphataan balleessaa tokko malee adabamuu akka danda’u Piriimiyer liigii Ingilaandi keessatti. Ajab.
👥Dubbii seerri FA Ingilaandi hojiirra oolchu tana quba qabduu?.Namni balleessaa tokko malee adabama jedhan.
👥Goolii eegaan miidhameera jechuun taphichi sekondiiwwan harca'aniif akka addaan cituuf sababa yoo tahan .
👥Wal'aansa argatanii taphichi jalqabamuun dura taphataan filame tokko dirree bahee daqiiqaa tokkoof tura jechuu.
👥Leenjisaan sekondii 10 keessatti taphataa daqiiqaa 1'f adabamu ariitiin hin filanu yoo tahe'Captain'dirqamee daqiiqaa 1'f dirree gad lakkisa jechuu.
👥miidhamni goolii eegaa garuu taphattootan walitti bu'ee kan miidhame yoo tahe seerichi hojii irra hin oolu .

12/08/2026

Loading...
Tapha Eegamaa Guyyaa har'aa geggeeffamu tapha 🏆 UEFA SUPER CUP 2026 kan walitti fide ⚔️ PSG vs Aston Villa 🏟️ Stadium: Red Bull Arena galgala sa'aatii ⏰ 4:00 yeroo jedhu eegala!
PSG - Paris Saint-Germain Vs Aston Villa FC
Tilmaama keessan kaa'a!!
Prediction!

27/09/2025

The Premier League's two unbeaten sides meet at Selhurst Park 😤

Will Crystal Palace Football Club or Liverpool FC continue their impressive streak?

28/05/2025
28/05/2025

YNWA

13/04/2025

🔴⚽️ 🔥🔥 🔥🔥 ⚽️🔴
Namoota Tilmaama sirrii tilmaamaniif Golli Ispoortii badhaasa qabatee dhufee jira!!

FC Liivarpuul 🆚️ Westihaam Yuunaaytid

🏆 Tapha Premier League torbee 32ffaa!
🏟 Anfield Road Stadium - Merseyside
📆 Har'a
⌚ 1️⃣0️⃣:0️⃣0️⃣
⛳ Abbaan Murtee; Andrew Madley
🖥 VAR; John Brooks

12/04/2025

Today's Premier League results 👊

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Finfinnee
Addis Ababa