03/09/2026
khaatimaa nu tolchi
🍀➻. Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin ﷻ jiidhaa ta'uurraa hin Deemin.
03/09/2026
khaatimaa nu tolchi
03/09/2026
let's go
03/09/2026
Yaa sattaar
03/09/2026
Dhibba faaydaa qabu nu haa godhu yaa oromoo bakka heeddummaanne kanatti akhumaafii akhii 😁
03/09/2026
Irra caalaan Zikrii Halkan Jum'aa fi Guyyaa Jum'aa Salawaata Ergamaa Rabbii ﷺ Irratti Buusuudha
Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana Jedhan:- Nama Salawaata Takka Narratti Buuse Rabbiin Rahmata 10 Isarratti Buusa, Cubbuu 10 Irra Haqa, Sadarkaa 10 Isaaf Ol Fuudha.
Kanaafu Obboleeyyan Kiyyaa Kan Islaamaa! Nabiyyii ﷺ Keenyarratti Salawaata Haa Buusnu Hundi Keenyaahu.
Sallallaahu Aleeyhi Wasallaam.
03/09/2026
03/09/2026
warri waan kennu hin qabne kan akka kiyyaa obboleessa keenya kana du'aa'ii haa goonuuf galgallis jimmataa injifannoon gali bro
Haala kamiyyuu keessatti Rabbiif galanni haa ta'u!
Alhamdulillaah!
02/09/2026
Kunoo miidiyaan sa'uudiis namootni shan kan ya_kka amma duraa San keessatti hirmaatan akka qabaman himaa jira.
Homaa nu hin godhan kan jedhamu sun kijibaa beeki!
حفظ الله مملكة التوحيد.