Isportii dursan

Isportii dursan

Share

Fullii kun fuula bashannanaa ta'uu bira dabree fuula Afaan Oromoo ittiin dagaagudha.

06/11/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Maddaa Beekumsa Addunyaa, Ayana Da

18/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Magarsaa Maariqoos Boruu, Jalata Sigimo, Bilisumma Ambassa Bilisummaa Ambasse, Sadam dambi, A Jaber Muhammed, Firaol Galana, Harargee Show, Masuud Mahamudi

Photos from Isportii dursan's post 13/06/2024


* Aleks Garshiyaan kilabasaa Giroonaa gadhiisuun gara kilaba shaampiyoonaa Jermanii baranaatti Baayarn Liivarkusanitti imale.
* Hirooki Ito nis €30m n gara Baayar Muunikitti makamu kilabichi ifoomsera.
* Luwis Gulhemeenis gara warra Weestihaamitti dhufu kilabichi beeksiseera.
* Lloyid Keelinis kilabasaa Barnimaawuz bilisaan gadhiisun Niwkaastilitti makamuun ifa taheera.

Photos from Isportii dursan's post 12/06/2024


- Eriik Teenhaag leenjisaadhuma Maanchastar Yunaaytiid tahani akka itti fufan beekame. maaddii gaazexaa The Atleetiki
- Beenjaamiin Seeskoon Arsenaaliin,Manchastar Yunaaytidii fi Cheelsiidhaan haalaan barbaadama ture achuma RB Layzhik turee walii galtee haaraa mallatteessuf jira.maddi gaazexessaa amanamaa Fabriziyoo Roomaanodha.

07/06/2024


Tosi Aderbayoo taphata bara darbe Fuulaamiif taphataa ture bilisaan warra Cheesiitti makamu gaazexessaan amanamaa Faabriziyoo Roomaanoo ifa godhe.

05/06/2024

Aantoonii koonteenis Naappoolii leenjisuuf waiigaleera. maddi fuula fb Faabriziyoo Roomaanoti.

03/06/2024

Enzo Mareeskaa leenjisaa taasisuu Cheelsiin ifoomsera. warra Cheelsii Enzoorraa maal eegdu?

02/06/2024


Hoozeenis kilaba Turkiye Feenarbaachee leenjisuuf waiigaleera.

02/06/2024


Oduu Ammee
Kiliyaan Baappeen tapha shaampiyoons liigii galgalaa booda sanada waliigaltee taphata kilaba Maadrid isa taasisu mallattessuf jira.

02/06/2024


Tooni Kiruus tapha xumuraa kilabasaaf taphateera. dhuma waancaa Awuroppaa booda kophee fannisa.

02/06/2024


* Haalli tarree hirira/formeeshini/ Maadriid 4 1 2 1 2 yoo tahu kan Dortimond immoo 4 3 3 ture.
* kilaboonni lachuu dhibbaa guddaa/ haay presingin taphachuuf yaalan.
* Dortimond sarara gidduutti / qixa lamaanitti olaantummaa yoo qabatu Riyaal immoo tokko sadaffaa dirree masaanu irratti muuxannoo qabu walin olaantummaa qaba ture.
* taphichi qaama walabaa taphicha ilaaluf bashannansiisaa ture.
* olaantummaan taaktikaa kan Anchelootii ture.
* carraa goolii tahuu umuun sadarkaa carraatiin Doortimond caaluus baayyinaan garu walmadaalaa turan.
* carraa goolii gara bu'aatti jijjiruun Abbaan waancaa Maadrid caalmaa fudhachuun injifateera.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address


Addis Ababa