True Arsenal fans

True Arsenal fans

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from True Arsenal fans, Sports Team, Finfinnee, Addis Ababa.

Photos from True Arsenal fans's post 07/09/2026

Mikel Arteta has now beaten seven different Chelsea managers as Arsenal manager:

- Frank Lampard
- Thomas Tuchel
- Graham Potter
- Mauricio Pochettino
- Enzo Maresca
- Liam Rosenior
- Xabi Alonso

Photos from True Arsenal fans's post 06/09/2026

🗣️ Jamie Carragher had this to say after today’s match when comparing Arsenal and Chelsea:

“There is a big difference between Arsenal and Chelsea. It’s not just about the starting XI; you can see the difference throughout the entire squad.

Chelsea will take a long time to reach Arsenal’s level — even if they can eventually get there.”

Jamie Carragher, tapha har’aa booda Arsenal fi Chelsea wal bira qabuun akkas jedhe!

“Arsenal fi Chelsea gidduutti garaagarummaan guddaan jira. Kunis taphattoota jalqabaa 11 qofa osoo hin taane, guutummaa garee keessatti mul’ata.

Chelsea’n sadarkaa Arsenal irra ga’uuf yeroo dheeraa itti fudhata; yoo kana gochuu danda’an illee.” jedhe!

06/09/2026

Where should cut this man's hair🤣🤣🤣
Rifeensi Namicha Kana Yoom Muramaa ?😅🤭

06/09/2026

Dammi Yamanii uumamaan qoricha badhaadhaa fi faayidaa hedduu kan qabu yoo ta'u, garuu faayidaadhaaf jecha seeraan ala walitti makuun (adulteration) balaa cimaa qaqqabsiisa. Furdinaaf gargaara jedhanii kan yeroo ammaa namoonni akka malee ittiin maraachaa jiran walitti himnaatii itti dhiyaadhaa An Addunyaa Eebbisaa ti ( Bsc in Pharmacy — Mandi).

Faayidaalee Damma Uumamaa Yamanii (Uses of Pure Natural Honey)

Dammi ququlluun biyya Yamanirraa dhufu akkuma damma uumamaa kaaniitti faayidaalee armaan gadii qabaachuu dandaha
♡ Amala madaa qoorsuu
♡ Amala farra-baakteeriyaa
♡ Sirna ittisa qaamaa cimsuu
♡ Dhukkuboota adda addaa namarraa ittisuu (Antioxidant badhaadhaa waan qabuuf).
♡Qufaa fi asmii yaaluu: Sirna hargansuu tasgabbeessuun qufaa fi saayinasii ni fura.
♡Madda annisaa ta'uu: Sukkaara kaan caalaa saffisaan gara annisaatti jijjiirama.

Miidhaalee fi Balaa Fayyaa (Keessattuu "Damma Furdinaa") online irratti "Damma Yamanii kan guyyaa muraasatti nama furdisu" jedhamee kan gurguramu uumama (natural) miti. Qorannoofi beektonni akka mirkaneessanitti, damma kanatti qorichoota sammuu fi dhiiga miidhan kan akka Dexamethasone (Steroid) fi Cyproheptadine (Antihistamine) seeraan ala itti maku. Kunis miidhaalee kanaan gadii fida.
■ Furdina sobaa fi dhiitahuu: Furdinni argamu dhangala'aan qaama keessatti kuufamuu fi fuulli akka baatiitti dhiitahuu (Moon face) irraan dhufa.
■ Sirna hormonii qaamaa jeequu. Erga damma kana dhaabanii booda qaamni dadhabuu fi hojiin adrenaliinii lallafachuu.
■ Dhibee sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa. Sukkaara dhiigaa fi dhiibbaa dhiigaa garmalee ol kaasa. Kunis sababa Dexamethasone dhaanidha.
■ Lafee lallaaffisuu: Fayyadama yeroo dheeraatiin lafeen akka salphaatti akka caccabu (Osteoporosis) taasisa.
■ Dandeettii dhukkuba ittisuu gadi buusuu( Weakening the immune system. Steroid-iin fkn dexamethasone jenne sun kan damma sana keessa jiru qaamni dhibeef akka saaxilamu godha.

Kanaan dubbisee irraa🤳🤳

Photos from True Arsenal fans's post 05/04/2026

Oduu ijoo ispoortii (April 5)

🔴 Liverpool taphataa isaanii kan ta'e Ibrahima Konate'n koontiraata haaraa irratti hanga ammaatti murtii isaa beeksisuu dhabuu isaatti aaranii jiru, yoo kan koontiraata haaraa mallatteessu ta'es yoo kan hin mallatteessu ta'es garicha akka beeksisu guyyaan daanga'e kennameefii jira. Chelsea, Man City, Barcelona, Real Madrid fi Bayern Munich garee maqaan taphataa kanaa wajjiin walqabatee ka'aa jiruudha. Gabaassi kan Team talk ti.

🔴 Chelsea dhimma faayinaansiitiin walqabatee akka Barcelona taphataa sarara ittisaa Curcurella bitan Chelsea gaaffii dhiyeessee jira, Gatiin isaas yuuroo miiliyoona 40 akka ta'es beeksisaanii jiru. Gabaassi kan El Nacional ti.

🔴 Liverpool fi Tottenham taphataa Juventus kan ta'e Gleison Bremer bituuf fedha akka qaban dhaga'amee jira. Gabaassi kan Tutto Mercato Web ti.

🔴 Liverpool fi Tottenham taphataa Fulham kan ta'ee fi Koontiraati isaa bara kana kan xumuramu Harry Wilson bilisaan fudhachuuf fedha qabu. Gabaassi kan Team talk ti.

🔴 Arsenal, Man City, Arsenal fi Liverpool taphataa Palmeiras (Birazil) kan ta'e Eduardo Conceicao akka barbaadan beekkamee jira, Garichis taphatichaaf doolari miiliyoona 29'f dhiyaatus gaafficha kuffisaa godhee jira. Gabaassi kan Universo Online (UOL) ti.

🔴 Haaland gaaffii bittaa ganna kana dhiyaatuuf akka hin keessummeessine beeksisee jira, Bara 2027'tti gara Barcelona makamuuf murteessee jiras. Gabaassi kan El Nacional ti.

🔴 Bruno Fernandes PSG fi Bayer Munich barbaadamaa jira, Man United yoo kan maallaqni guddaan kan dhiyaatuuf ta'e dhimma taphatichaa irratti marii ni godha jedhamee jira, Gabaassi kan Caught offside ti.

🔴 Liverpool yaalii taphataa juventus kan ta'e Khephren Thuram bituuf godhu irratti gara Man United fi Newcastle irraa morkiin isaan muudatuu danda'a jedhamee jira. Gabaassi kan Daily Mirror ti.

🔴 Liverpool, Chelsea, Aston villa, Everto, Tottenham, Newcastle fi Sunderland taphataa Bournemouth kan ta'ee fi koontiraati isaa bara kana kan dhumu Marcos Se

21/03/2026

ይገምቱ 5,000 ብር ይሸለሙ! 🎁
ሁሉንም ጨዋታዎች ይገምቱ

1ኛ_ጨዋታውን ማን እንደሚያሸንፍ እና ማን የመጀመሪያ ጎል እንደሚያገባ በትክክል ቀድሞ ለገመተ ሰው 5,000 ብር እንሸልመዋለን!

2ኛ_ከዚህ ቀደም እደተለመደው ቀድመው ውጤቱን በትክክል ለሚገምቱ ሶስት ገማቾች:-
1ኛ 150 ብር
2ኛ 100 ብር
3ኛ 50 ብር ካርድ ሽልማት አዘጋጅተናል!

🔴 የጨዋታው አስገዳጅ ህጎች

✍ፖስቱን ላይክ እና ሼር ማድረግ!
✍ፔጁን ፎሎው ማድረግ !
✍️ ግምቱን በኮሜንት ስር ብቻ ያስቀምጡ ግምት በ Message አትላኩ!

መልካም ዕድል !!

21/03/2026

Tilmaamaa Badhaafamaa!

Tapha kubbaa miilaa Xumura waancaa Kaaraba'oo, Arseenaalii fi Maanchiister Siitii gidduutti bor galgala sa’aa 1:30 irraa eegalee taphatamu- Tilmaamaa Badhaafamaa!

Namoota dursanii tilmaama sirrii deebisan 3’f Paakeejii sagalee daqiiqaa 1400 fi intarneetii GB10 kan ji’a tokkoof turu badhaafamu.

Seera dorgommichaa:

1. Tilmaama keessan sanduuqa yaadaa (Comment box) feesbukii Baankiichaa keessatti barreessaa
2. Miidiyaalee hawaasaa baankichaa hunda hordofuu, hiriyyoota keessaniif qooduu akkasumas 'like' fi 'subscribe' gochuu!

Hubachiisa:-
Tilmaama barreesitan ‘’edit’’ gochuun hin danda'mu.

ይገምቱ! ይሸለሙ!

በነገው ዕለት ማታ 1፡30 ጀምሮ በአርሰናል እና በማንቸስተር ሲቲ መካከል በሚደረገው የካራባኦ ዋንጫ ዉጤት በትክክል በመገመት ይሸለሙ!
ቀድመዉ በትክክል ለገመቱት 3 ሰዎች የአንድ ወር 1400 ደቂቃ የድምፅ እና 10 ጂቢ የኢንተርኔት ጥቅል ተሸላሚ ይሆናሉ።

የዉድድሩ ህጎች፣

1. ግምታችሁን በሲንቄ ባንክ facebook ገጽ ሀሳብ መስጫ ሳጥን (Comment Box) ዉስጥ ይፃፉ::
2. ሁሉንም የባንኩን የማህበራዊ ድረ-ገፆች ይከታታሉ፥ ለዘመድ ወዳጅ ያጋሩ፥ ይወዳጁ ፣ ሰብስክራይብ ያድርጉ።

ማሳሰቢያ;-
የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።

21/03/2026

Fuula Feesibuukii Bankii keenya irratti Tilmaamuun Badhaafamaa!

Wal morkiin Taphni waancaa Liigii Ingiliiz(Carabao Cup) Dilbata galgala sa'atii 1:30 irratti Arsenaalii fi Manchester City gidduutti taasifamu tilmaama olaanaa argateera.

Baankiin Oromiyaa hordoftoota bu’aa tapha kanaa dursuun tilmaama sirrii tilmaamaniif badhaasa addaa qopheessera. Hirmaadhaa!

Seera dorgomiichaa:

1. Fuula Feesibuukii Bankii keenya “follow” gochuun, tilmaama sirrii sanduuqa yaadaa keessatti barreessuu.

2. Tilmaama yeroo tokko barreesitan ‘’Edit’’ gochuu fi yeroo lama tilmaamuun badhaasa kana hin argamsiisu.

3. Maxxansa kana namoota biroof qooduu.

Carraa Gaarii

በባንካችን የፌስቡክ ገጽ ላይ በመገመት ይሸለሙ!

በእንግሊዝ ሊግ ካፕ (ካራባኦ ካፕ) የፍጻሜ ጨዋታ የአርሴናል እና የማንቸስተር ሲቲ የዋንጫ ፍልሚያ ከፍተኛ ግምት አግኝቷል። ይህ ጨዋታ እሁድ ማታ 1፡30 ላይ ይካሄዳል፡፡

ኦሮሚያ ባንክ የዚህን ጨዋታ ውጤት በትክክል ለገመቱ ተከታዮቻችንን ልዩ ሽልማት አዘጋጅቷል። ይሳተፉበት!

የዉድድሩ ህጎች፣

1. የኦሮሚያ ባንክን የፌስቡክ ገጽ "Follow" በማድረግ መልሱን ሃሳን መስጫ ሳጥን ዉስጥ ይፃፉ፡፡

2. የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ወይም ሁለት ጊዜ መገመት ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።

3. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡

መልካም ዕድል!

03/02/2026

LONDON IS ALWAYS RED🔥🛑💯

24/01/2026

🔴Taphoota 7 darban Arsenaal fi Maanchister Yunaayitid dirree Arsenaal iratti taasisan.
Zebra zero win🤣

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Finfinnee
Addis Ababa