13/08/2025
Wallee 'Kaamolee' jedhuun kan jaallatame Ibroo Ibsaa eenyu? | BBC News Afaan Oromoo Walleewwan warraaqsaa, kan aadaa fi jaalalaan kan beekamu weellisaa Ibroo Ibsaa tibbana wallee mata duree ‘Kaamolee‘ jedhuun baase mata duree oduu ta’eera.As...