09/02/2023
Gaarii Info SMS
Jechoota afaan oromoo fi odeeffannoowwan qarshiinuu arggachuu hin danddeenye qabna page keenya like Seenaa jaalala dhugaarratti hundaa'e
09/02/2023
22/01/2023
Dhiifama hordoftoota koo barnootaa fi haala jireenya lafarraa kanaatu na bachiisee kana booda waan haara teeknoolojii irraa qabadhee isiniif dhufaan jira.
Like share gochuu hin dagatinaa Barnoota daldalaaBarnoota daldalaa/ bizinasii fi gorsa dhimmoota daldalaa irratti bizinasii fi gorsa dhimmoota daldalaa irratti isiniif laanna.
Gaarii Info SMS Send a message to learn more
WALIIGALAA(GENERAL KNEWLADGE.
Baayyinni baakteeriyaa teessoon biirooleewwanii kan mana fincaanii harka 400’n caala.
Loowwan muuziqaa yoo dhaggeeffatan aannan baayyee maddisiisu.
Bunni addunyaarratti dhugaatii jaalatamaadha, waggatti kubbaayyaa biiliyoona 400 tu dhugama.
Biyya Chaayinaatti qorichi aadaa dhibba keessaa parsantiin 20% hujiirra ni oolu.
Jecha NOKIA jedhu kana kan moggaafame biyya biyya Fiillaand Kibbaa keessatti.
Garbi Atilaantikii garba Paasifikii caalaa qabiyyee baayyina soogiddaatiin caala.
Addunyaarratti Biyyi yeroo jalqabaatiif Dubartiin akka filannoo filatan hayyamte Biyya Niwuzlaadi.
Guyyaan hundi Addunyaa kanarratti biyyoota garaagaraatti Ayyaanaan dabarfama.
Waggaa tokko keessa baayyina sakandoota 31.557.600 tu jira.
Gosti haalluuwanii yoo walitti dabalaman dhiibbaa guddaa uumuu danda’an Keelloorratti gurraachi yoo dabalameedha.
Halluun makiinaa Adiin kan warra sooreessaa ta’uu hi beektuu
Addunyaarratti Doonii yeroo jalqabaatiif kan hoojjatte Biyya Gibtsi/Misraa ti.
Deploma ICT
17/01/2020
Maloota Hariiroo jaalalleewwanii cimsanii fi miidhagsan muraasni kunooti.
👫👫👫👫👫👫👫👫💑💏
Gammachuu kee eenyurraallee eeggachuu hin qabdu Kanaafuu bohaartii sammuu keef itti gaafatamaan mataa kee akka te'e of amansiisi.
Jechoota kee gochaan bareechuu Rakkoo yaadachuu qabda yoo ta'e barreeffachuudhaan hojitti hiikuu qabda.
Wantoota akka hojjattu(dalagdu) dubbatte tokko hojitti hiikuu qabda."Ciree nan bilcheessa" jattee dubbatte taanaan, bilcheessuu qabda.
Yoo kan nan godha jatte yeroo xiqqo booda dagatta ta'e, fuula duraaf hin dubbiin kee hin amanamu.
Dogoggora kee amanuu fi dhiifama gaafachuu.Nama jaalattu irratti hamaa tokko hojjatte, kan isaanii otuu hin ilaalin dhiifama gaafachuu.
Sababa na mufachiisteef san si godhe" jechuun sirraa hin eegamu isheen ballesitullee ati dhiifama gaafadhu.
Badii keef dhiifama gaafachuuf sababa hin barbaadin.sababniis jaalalalli keessan isin jalaa badaa deemuu danda’a.
Fuula duraaf akka itti hin deebine itti himuudhaan dhiifama gaafachuu akkasumas balleessaan duraa lammata akka hin deebineef of sirreessuu yaali.
Jaalalleen kee/tee gorsa barbaacha fi waan isa/ishii dhibeef mala si gaafachuun ni mala.
Atis kana hubachuudhaan haasawa isaa/ishee dhaggeeffachuun ga'ee sirraa eegamu bahuu qabda.
Dhaggeeffachuu qofa utuu hin taane jechoota ishii yaadachuu. Akkasumas wantoota jaalalaee tee irraa dhagese yaadadhu.
Hundi keenya waa'ee mataa ofii ibsuu ni jaallanna.dhiirri tokko yoo si jaalate haasaa kee xiyyeeffannaadhaan sirraa dhaggeeffata.
Dhiirri si jaalatu tokko si kunuunsuudhaaf yoo xiqqaate hamilee kee eeguun si gammachiisuu fedha.
Yeroo gargaarsi si barbaachisu si cinaa dhaabbata. Hojii fi Karoora keessattis si cinaa dhaabbachuun si gargaara.
Yeroo waliin deemtan harka kee qabee deemuu fi iddoo ati deemtu si waliin deemuu. Akkasumas yeroo gammachuu si affeeruu.
Yeroo hunda dhiifama si gaafachuu dogoggora xiqqaallee yoo ta'e.
Like and share godhaa.
07/12/2019
Gorsa bilbila harkaa fi akkaataa itti fayyadama miidiyaa hawaasummaa fi tajaajiloota garaa garaa isiniif qopheesseen jira.
Yaada dabalataaf 8186 irratti tolaan ok barreessuun erguun arggachuu ni danddeessan.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Nifas Silk Lafto
Addis Ababa