14/10/2025
https://www.ebc.et/afanoromo/Home/NewsDetails?NewsId=2328
Keeppi Verdee - "Shaarkonni Cuquliisni" Waancaa addunyaaf darban Keeppi Verdee - "Shaarkonni Cuquliisni" Waancaa addunyaaf darban
This page is focus on latest Sport news
14/10/2025
https://www.ebc.et/afanoromo/Home/NewsDetails?NewsId=2328
Keeppi Verdee - "Shaarkonni Cuquliisni" Waancaa addunyaaf darban Keeppi Verdee - "Shaarkonni Cuquliisni" Waancaa addunyaaf darban
Euro zone world cup qualifiers UEFA FIFA World Cup
03/10/2025
Arsenal Fixtures
01/10/2025
Goolii eegaan duraanii Saadaat Kamaal du'aan boqate
****************************
Goolii eegaan garee biyyaaleessaa Itoophiyaa duraanii Saadaat Kamaal du'aan addunyaa kana irraa boqateera.
Saadaat kilaboota akka Buna Itoophiyaa, Machaal, Mugar, Hawaasaa, Dabra Birhaan, Poolisii Finfinnee fi Niyaalaaf goolii eegaa ta'ee tajajileera.
Kilaboota kanneenii fi garee biyyaaleessa Itoophiyaa waliinis waancaa biyya keessaa dabalatee sadarkaa Afrikaatti milkaahina ol’aanaa galmeessiseera.
Kubbaa miilaa taphachuu erga dhaabee booda ammoo leenjisaa goolii eegdotaa garee dubartoota Itoophiyaa ta'uun tajaajilaa tureera.
Dhibee isa muudateen biyya keessaa fi alatti yaalamaa kan ture Saadaat, guyyaa har'aa du'aan addunyaa kana irraa boqachuu isaa, Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa beeksiseera.
Big shout out to my newest top fans! Zabiba Abdela Aliyyi
20/09/2025
vs city
bor sa'aatii 12:30
Istaadiyeemii
20/09/2025
Sagantaa taphoota Primiyeer Liigii Ingilaand Torbee 5ffaa
Premier League
19/09/2025
Walaayittaa Diichaan Al Iitaad wajjin qabxii qooddate.
tapha gulaallii waancaa konfedereeshinii Afrikaan tapha marsaa jalqabaa kilaba Liibiyaa Al Iitaad wajjin Istaadiyeemii Ababa Biqilaa Finfiineetti kan taphate kilabichi 0 fi 0 ‘tiin wal qixa ba’eera.
Taphni deebii torban tokko booda Liibiyaatti taasifama jedhameera.
Wolaita dicha f.c TotalEnergies CAF Champions League & Confederation Cup
17/09/2025
ኢትዮጵያ በሲምቦ አለማየሁ የነሀስ ሜዳልያ አገኝች
***********
በሴቶች 3 ሺህ ሜትር መሰናክል ፍጻሜ አትሌት ሲምቦ አለማየሁ 3ኛ ወጥታለች፡፡
እየተካሄደ በሚገኝው የቶኪዮ ዓለም አትሌቲክስ ሻምፒዮና አትሌት ሲምቦ አለማየሁ ለኢትዮጵያ 2ኛውን የነሃስ ሜዳልያ አስገኝታለች፡፡
5ኛ ቀኑ ላይ በደረሰው ውድድር ኢትዮጵያ ሁለት የብር እና የነሀስ ሜዳልያ አግኝታለች፡፡
በውድድሩ ኬንያዊቷ ፌዝ ችሮቲች የሻምፒዮናውን ክብረ ወሰን በመስበር ጭምር አሸንፋለች፡፡
ባህሬናዊቷ አትሌት ዊንፍሬድ ያቪ 2ኛ ደረጃን በማግኝት የብር ሜዳልያውን ወስዳለች፡፡
ኬንያ በ20ኛው የዓለም አትሌቲክስ ሻምፒዮና ያገኝችውን የወርቅ ሜዳልያ ብዛትም ወደ 4 ከፍ አድርጋለች፡፡
ebc sport
16/09/2025
Arsenaal hoj manee jalqabaa sirnaan xumure