W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa

W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa, Sport & recreation, Agaro.

Photos from W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa's post 22/08/2024

Godina Jimmaa Aanaa
Dargaggoon Humna Misoomaaf Nageenyaati Kan Jedhameef Sababaani Hojii KTL Ganna Kana Hojjetamaa Jiruun Dargaggoonni Keenya Gahee Isaanii Bahachuutti Argamu

Photos from W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa's post 30/07/2024

Godina Jimmaa Aanaa Dargaggoonni Keenyaafi Jaarmiyaaleen Dargaggootaa Sadarkaa Aanaa Hojii KTL Gannaa Hojjetaa Oolaniiru.Fuuldurattis Cimee Itti Fufa

Photos from W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa's post 02/06/2024
Photos from W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa's post 25/12/2023

Kabajamoon I/G Paartii Badhaadhinaa Aanaa Gommaa Obbo Abdii Mahammadnuur Jila Garee Dorgommii Ispoortii Aadaa Aanaa Gommaa Irraa Sadarkaa Godinaatti Hirmaachuuf Magaalaa Jimmaatti Argamanu Qaamaan Biratti Argamuun Hamilee Kennanii Guyyaa Har'aa Yeroo Jajjabeessanuudha.Carraa Gaarii Akka Tahuufis Hawwaniiruuf

Photos from W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa's post 27/11/2023

Aanaa Gommaa
Dargaggootni keenya hojiiwwan misoomaa jabeessuu fi milkeessuu keessatti qooda guddaa qabu. Hojii tajaajila lammummaa Gannaatiin hawaasa keenya harka qalleeyyiif utubaa ta'uun mana ijaaruu, dhiigaa arjoomuu akkasumas hojii misoomaa garagaraa keessatti qooda fudhataa turaniiru. Guyyaa har'aas waldaa dubartootaa misooma Ruuzii irratti bobba'an gargaaruuf sassaabbii midhaanii irratti hirmaatanii hojii boonsaa hojjetaa oolaniiru. Yoo wal gargaarree cimnee hojjenne, biyya keenya ceesisuu dandeenya. Nageenya keenya eeggachaa misoomatti jabaannee jijjiirama biyyaa fi Badhaadhina milkeessina. keenyas galata guddaatu isiniif mala.
.!!!

Photos from W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa's post 11/10/2023

Ispoortiin Tokkummaaf,Ispoortiin Jaalalaaf!
Hundi Ispoortiif Ispoortiin Hundaaf
Fulbaana 30/2016

Godina Jimmaa Aanaa Gommaa Magaalaa Caggootti Dargaggoota Kilabiidhaan Ijaaramanii Sochii Ispoortii Kubbaa miilaa Taasisaa jiraniif Bulchiinsi Magaalichaa Kubbaa miilaa 3 fi Uffannaa Ispoortii Guutuu Bitee Guyyaa Har'aa kenneefii Kilabiicha Kan jajjabeesse Tahu I/G Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Aanaa Gommaa Obbo Jihad Kadir Himaniiru Dabalataan Buchiinsa Magaalichaa Galateeffataniiru!

Photos from W/ra Dargaggoof Ispoortii Aanaa Gommaa's post 11/10/2023

Fuula Miidiyaa Hawaasaa Kana Hordofuun Akka Nu Jajjabeessitanu Isin Gaafanna

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Agaro?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Agaro