Gahumsa sammuu keetiin adduyaa kana jijjiiruu ni dandeessa innis karaa qajeelummaa yoo deemte garuu karaa jallinaan ofiyyuu hin jijjiirtu Amani.....!
Irbuu Dhugaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Irbuu Dhugaa, Stadium, arena & sports venue, Ambo.
Bilisummaan aannani abbaa beekutu dhuga.!
11/06/2021
Qaamaan jiraachuu baadhuus Galaanaa Gaaromsaa naaf jira!
15/05/2021
Seenaa gooticha Dr Hayilee Fidaa
--------------------------------------------------
Dr Hayilee Fidaa G/Wallagga bahaa Aanaa Arjoo magaalaa aanichaa Arjootti bara 1939 dhalatee. Haata'u malee; kan guddate garuu magaalaa Naqamteetti. Hayileen mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa kutaa 1-4 magaalaa Arjootti kan barate yoo ta'u, kutaa 5-8 immoo magaalaa Naqamtee mana barumsaa Hayilasillaasee1 jedhamutti barate.
Dr Hayileen barnootasaa ittuma fufuun sadarkaa lammaffaa Finfinneetti mana barumsaa jeneraal Wiingeetitti baratee qabxii ol-aanaadhaan xumure kana booda barsiisaa ta'uudhaan Dadaritti waggaa tokko barsiisaa ture. Bara 1961 tti Dr Hayileen yuuniversiitii Finfinnee galee barnoota Ji'ooloojii baratee qabxii guddaadhaan eebbifame. Dr Hayileen barataa cimaa yoo ta'u; barnoota sad...2ffaa A...kudhanii fi B...lama fufuun xumure.
Yuuniversiitiitti ammoo qabxii 4.0 fiduudhaan barataa kabajaa t a'ee (great distinction) eebbifame. Erga eebbifame booda achuma yuuniversiitii Finfinneetti gosa barnoota ji'ooloojii gargaaraa eebbifamaa ta'ee akka barsiisaatti qacarame. Waggaa tokko erga barsiisee booda barumsa digirii lammaffaa itti fufuuf gara Firaansi deeme. Dr Hayileen Firaansitti jalqaba barumsa ji'oofiiziksii itti aansee waggaa lamaaf sooshooloojii baratee eebbifame. Dr Hayileen sochii tokkummaa barattoota Itiyoophiyaa kan Yuuroppi keessatti godhuurraan kan ka'ee fi mootummaa Hayilasillaasee kan balaaleffatuuf, paaspoortii fi iskoolarshiippiinsaa jalaa haqame.sababa kanaaf biyyatti deebi'uu waan hin dandeenyeef waggaa lamaaf mana barumsaa Firaansitti qacaramee barsiisaa ture. ..............
'------- isa booda maal ta'e kutaan 2ffaan itti fufa...👇👇👇👇👇👇
01/05/2021
...Tokko du'ee tokko hin nyaatu
Wal gaggalaafata taati.......
Seenaa goototaa beekuu yoo barbaaddan page Kana like qofa cuqaasaa.
As geenye hunda baannee boruufis abdii hin kunnu ittuma jirra Qabsoo hadhooftuu.
Jirraa...jirtuu???
Irbuu Dhugaa Stadium, arena and sports venue
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Ambo