27/07/2023
PSG Rasmus Hojlund fudhachuuf yuuroo miliyoona 50 dhiyeesse ...man utd dursee โฌ50M atlaantaf dhiyeessuun isaa ni yaadatama.
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oduu Ispoorii, Sport & recreation, Chiro, Asebe Teferi.
27/07/2023
PSG Rasmus Hojlund fudhachuuf yuuroo miliyoona 50 dhiyeesse ...man utd dursee โฌ50M atlaantaf dhiyeessuun isaa ni yaadatama.
27/07/2023
David siilvaan kubbaa miilaatti nagaa dhaammate.
Mootarri sarara gidduu lammii ispeen Fi kilaba Manchester siitii duraanii David Siilvaan kubbaa miilaa taphachu irraa sooraama ba'uu isaa beeksiaee Jira
๐David Silva jireenya kubbaa miilaa isaa keessatti istaatiksii fi waancaa inni milkeeffate๐
๐ Taphoota 869
โฝ๏ธ Goolii 156 galcheera
๐
ฐ 226 mijeessee kenneera
๐ Waancaa 20
1x Waancaa Addunyaa ๐
2x UEFA Euro Moo'ataa ๐
4x Piriimiyerliigii Ingiliiz๐
2x FA Cup injifate ๐
2x Laaligaa Ispeen injifate ๐
5x Carabao Cup injifate ๐
3x komniitii shiildii ๐