sudeysi Bahmud Kadu

sudeysi Bahmud Kadu

Share

if we work hard we will reach where we want to go insha allah๏ฟฝ

11/04/2025

The King's reign continues.

22/02/2025

This is our dream and it will come true this year. If anyone doubts he is a Manchester United fan believe me.๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
๐Ÿ’ช๐Ÿ‘Š๐Ÿฅฐ
for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.












โค๏ธ
โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’fโ–‘oโ–‘lโ–‘lโ–‘oโ–‘wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘mโ–‘eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

21/02/2025

๐Ÿ’ช๐Ÿ‘Š๐Ÿฅฐ
for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.












โค๏ธ
โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’fโ–‘oโ–‘lโ–‘lโ–‘oโ–‘wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘mโ–‘eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

Photos from sudeysi Bahmud Kadu's post 19/02/2025

Waliif dabarsaa???
Akkam jirtuu nagaa keessanii ?
bakka jirtanitti biyya jirtanitti nagaa isiniif hawwa.

Ani obboleessii keessan guyyaa hardhaa Kana ergaa jabduu takkan qabadhee isiniif isinis share copy link duet gochuun ergaan kuni bakka yaadame Akka qaqqabuuf na Gargaaraa?

jalqaba off ibsuurraan eegala ani maqaan koo sedeysi Bahmud kadu jedhama biyya Afrikaa Bahaatti argamtu itiyoophiyaa irraayyi.
egaa biyyi tiyya itiyoophiyaa Gama kubbaa miilaatiin baayyee beekamuu baattus atileetota fageenya dheeraa hanga giddu galeesaatti hirmaataniin biyya dorgomtuu hin qabne Yoon jedhe ollaa koo keeniyaa tuffachuu ta'a.

kanaaf dorgomtuu cimtuudha jedheen bira darbuu barbaada.

gama yaada kootti Yoon isin geessu
ani ijoollee waggaa 14ti garuuu abjuu guddaan qaba biyya koo akkuma atileetota kubbaa miilaatinis iddoo guddaa fi gurra guddaa horattun barbaada.

anis nama biyya koo Akka atileetotaatti kubbaa miilaatinis Akka dhageettii guddaa argattu taasisuuf kaayyeffate keessaa tokko anuma mucaa xiqqaa waggaa 14 kana.
kanaafuu wanti isin naaf gootaan ergaa kana Akka bakka hunda dhaqqabutti

keessattuu kilabii kubbaa miilaa Liivarpuul, fidreeshinii kubbaa miilaa itiyoophiyaa,

akkasumas namoota dhuunfaa dhimmi kuni ilaalatu kanneen Akka yoonaas gabruu dhiheenna kana biyya ameerikaa irraa waraqaa hayyamaa dhimmoota akkanaa kana ittii gaggeessu argachuu Isaa miidiyaa bbc biyya keenyaa wajjiin af gaafii Yoo taasisu argeen ture

kanaaf ergaan koo Akka bira qaqqabuuf waan dandeettaniin na Gargaaraa ,na bira dhaabbadhaa, sagalee naaf ta'aa ?

yaada Kan guutu rabbii nu sababaa haa taanuu isiniin jedhaa

galatoomaa.
SBK
Oromia Football Federation OBN Afaan Oromoo BBC AFAAN OROMOO NEWS.COM OBN - Ispoortii Ethiopian Football Federation Bet King Ethiopian Premier league page Ethiopian Football National Ethiopia Football Team -Waliya.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Arsi
Asella