Adama City Athletics Club

Adama City Athletics Club

Share

Adama athletics club was found on 2002 E.C with intention "Oromiyaa Galaana Atileetoota goona" of Abbaaduula Gammadaa, former Oromia President.

AAC was the all time champions of the Oromia athletics championship, and works hard to be Top on Ethiopia, too.

Photos from Adama City Athletics Club's post 27/08/2026

Leenjistootni kilabii Atileetiksii Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa marii Gabaasa hojii bara 2018 fi Karoora hojii bara 2019 irratti guyyoota lamaaf magaalaa Adaamaatti Hagayya 20 - 21/2018 tti gaggeessaa turan xumuranii jiru.

Marii kana keessatti hanqinoota fi rakkoowwan bara 2018 keessa turan furuun bara 2019 hojiiwwan karoorfaman haaluma karoorfamaniin hojiitti hiikkamuun hojii magaalaa Adaamaa madaalu raawwachu qabna jechuun yaada kan kennan Hojii Gaggeessaa kilabichaa obbo Raggaasaa Guddisaati.
Ogeessotni marii kana irratti argamanis marii kana irraa muuxxannoo hedduu kan argatan ta'uu ibsuun bara 2019 keessatti hojii guddaa ni hojjenna jechuun waada galanii jiru.

Dhuma irratti I/A Pirezidaantii kilabichaa fi I/G waajjira Dargaggoota fi Ispoortii Bul/M/Adaamaa obbo Fufaa Garmaama argamuudhaan hirmaattota marii kanaatiif kallattii hojii gara fuulduraa kilabichaa fi ogeessota kilabichaa irraa eeggamu ibsuun kallattii hojii kennanii jiru.

23/08/2026

Congratulations to Yomif Kajelcha and his club Oromia Construction and Engineering Corporation Athletics Club, coaches and management teams.

Photos from Adama City Athletics Club's post 23/08/2026

Koreen Hojii Raawwachiiftu kilabii atileetiksii magaalaa Adaamaa gabaasa raawwii bara 2018 fi karoora hojii bara 2019 irratti marii bal'aa gaggeessuun mirkaneesse jira.

Marii kana irratti hanqinootni bara 2018 turan karoora 2019 keessatti xiyyeeffannoon itti kennamee kan furaman ta'uu ibsuun kallattii hojii kilabichaa kennanii jiru. Qaamni hunduu ol ka'iinsa kilabichaatiif gahee isaani bahuu qaban jedhamee jira.

14/08/2026

I got over 540 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! πŸŽ‰

07/08/2026

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! πŸŽ‰ Fayisaa Multaa, Narobeka Biffaa, Dagne Teshome, Zenako O. Riang, Lemi Gidisa, Shambel Ina, Sifo Sifan, Jetteere Yaa Taboree, Efrem Gudure Efrem, Zenebe Merfu

06/08/2026
Photos from Ethiopian Athletics Federation's post 05/08/2026
Photos from Adama City Athletics Club's post 04/08/2026

Athlete Nagahe Iyasu, from Adama city athletics club to fight 800m men arrived in America - Oregan for World U20 athletics championship representing Ethiopia.

Good luck to you and all our athletesπŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡πŸ₯‡

Photos from Federeeshiinii Atileetiksii Godina shawaa Lixaa Amboo's post 02/08/2026

Carraa Gaarii

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Oromia
Asella