11/11/2025
As Wr WB KO Kana Follow
Naaf Goodha Ahbbabi FILLAAH
Osoo Jiruu Waliif Tanaa
Gafaa Dunee Maal Waliif Goona!!
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Orii. Deshkan, Sports Event, Awassa.
11/11/2025
As Wr WB KO Kana Follow
Naaf Goodha Ahbbabi FILLAAH
Osoo Jiruu Waliif Tanaa
Gafaa Dunee Maal Waliif Goona!!
Gutuu isa You Tube kiyaa jala Arkatuu
Ergamaa Adduunyaa
Gutuuf Ergamee Nabii
Saluu Ala Habiballah
27/10/2023
Eddoon kun Mana Aa’ishaa bira. Mana keessa qabrii saditu jira. Dura bu’aa ilmaan namaa Nabi Muhammadii fi Saahibban isaanii Abuu Bakrii fi Umar Bin Al-Khaxxaab.
Nabi Muhammad Eega waggaa 63 guutan,guyyaa Wiixataa (Isniinaa ) sa’aatii dura gara ganamaatti mana kana keessatti ruuhiin isaanii kabajamtuun osoo Aa’ishaan qomatti of qabdee teessu keessaa baate.
Akkaataan isaan qabrii keessa ciisan sahaabotni wayta himan:
Qaamni isaanii mirgarra ciibsame,fuulli isaanii gara qiblatti garagalfameera,mataan isaanii kallattii dhihaa,miilli isaanii kallattii bahaatti garagalfame. Fuulaa isaanii fi jidduun dhaaba manaa kan kallattii qiblaatiin jiru taakkuu sadi adda fagaata. Duuba isaaniitiin Qabrii Saahiba isaanii Abuu Bakritu jira. Abuu Bakri mataan isaa xiqqo gadi siqee sarara ceekuu isaaniitiin awwaalame.
Abuu bakriin duuba qabrii Umartu jira. Umar Bin Al-Khaxxaabis akkasuma kallattii ceekuun Abuu Bakriitiin gadi siqfameeti awwaalame.
Aa’ishaan jidduu qabrii sadaniitti girdoo hidhattee hanga gaafa duniyarraa deemtutti manuma kana keessa jiraataa turte.
Yeroo dhuftee bakka kana dhaabbattu afaaniin osoo hin taane ija keetu imimmaan roobsaa dubbata. Miirri kee guutuun xaxamee haasa’a si dhoorka. Hundaa miti, akki jaalalaan wal dhaba!!
صلوات ربي وسلامه عليه
ورضي الله عن صاحبيه وجميع أصحابه وأمته الى يوم التلاق مع الأحبة في الجنة