East Bale Zone

East Bale Zone

Share

To provide about social , political and economic information of east bale zone

Photos from East Bale Zone's post 18/08/2026

'uu
Nama ta'uun icciitiin isaa Nama kabajuu keessa jira waan taheef kabajamuf dursaa haala kamuu keessatti, iddoo kamuu keessatti nama kabaji. Hin boonin boonni mallattoo sheyxaanaatii. Boonni Mallattoo Wallaalummaatii.
πŸ‘‰ Eessatti.
~~~~~~Haasawa kee keessatti jechaan.πŸ—£πŸ‘…
~~~~~~Hojii keessatti gochaan ✍️
~~~~~~Yeroo wajjiin haasoftu fuula kee keessatti. πŸ‘€
~~~~~~~Ilaalcha kee keessatti.πŸ‘
~~~~~~~Jiddu galeessummaa waa hunda isaaf qabaachuu keessatti. πŸ‘₯.
πŸ‘‰ Gorsi Galchaa Hin Qabuu!!!!!!!!

Photos from Oromia Water and Energy Bureau's post 28/02/2026
Photos from Oromia Communication Bureau's post 27/01/2026
Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Awassa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Mazoria
Awassa