Abdiyusuf

Abdiyusuf

Share

Halayaro

06/12/2021

OFM:ODUU HAARAWA:Muddee.05,2021
••••••••••••••••••••••
Perezidaantiin Tigraay Kan taye Dr.Dabratsion Gabramichael Ibsa amma galgala kana kenne irratti Iccitii Guddaa tokko baase!

Dabratsionis haasawa isaa karaa Fooddaa TV Tigraayin ibsa Gaazexeessitootaaf kenne kanaan kan jedhe, MM Abiyyi akka nuti dhooysaan isa waliin marii goonee araaramnuuf jecha! dhooysaan nu kadhataa ture jedhe.

Garuu nuhi marii hunda hirmaachise malee jennee dhooysaan isa waliin mari'achuu dinne! Waraanni keenna Tooftaaf iddoo jijjiirrateera jedhe Dr.Debratsion.

Kana immoo kan gooneef Tarsiimoofi! Kan jedhe Dr.Debratsion,Operation adda ta'e bifa haaraan eegaluuf qophii xummurree jirra! kanaaf jecha Tooftaa lolaa jijjiiruuf jenneeti iddoo jijjiirranne!
Yeroo dhiyootti Tooftaa lolaa haaraan Operation eegaluuf qophii ta'uu addeessee jira!
https://t.me/oromiafreedomm

https://youtube.com/channel/UC3WIYdyaIvCTzhg2sIU2

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Aweday?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Oromiya
Aweday
A