09/05/2026
ADDEE FEYRUZA ABDULMALIIK gaggeessaa mul'ata qabdu. Magaalaa Maayaa Naannawa filannoo Haramaya lakk.2 irraa kaadhimamaa Paartii Badhaadhinaa Caffee Oromiyaaf bakka bu'ee dha.
ADDEE FEYRUZA ABDULMALIIK
SIIN BONNA UMMANII MAGALAA MAAYAA HUNDIINUU
19/03/2026
๐จ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐๐๐๐๐: ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐! ๐คฉ
๐ฉ๐ช Bayern ๐ Real Madrid ๐ช๐ธ
๐ช๐ธ Barcelona ๐ Atlรฉtico ๐ช๐ธ
๐ต๐น Sporting ๐ Arsenal ๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ซ๐ท PSG vs Liverpool ๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐? ๐โจ
19/03/2026
Obbolleyyaan Muslimaa hundaaf baga guyyaa ayyaana Iid Alfaxiri tin isiin gahe.
Iid Mubaraak!!
16/03/2026
Eegdonni Warraaqsa Iraan Netaaniyaahuu irratti xiyyeeffachuu isaa ibse.
Garichi ''Netaaniyaahuun lubbuun jira yoo ta'es humna guutuun adamsinee ajjeesuu itti fufna'' jedhe.
Gabaasa guutuu asii argattu โคต๏ธโคต๏ธ
https://bbc.in/4uKc630
12/03/2026
Lolanii diina ofii mo'uun nagaa giixa ba'aa mirkaneessuu jechuu miti. Yeroowwan booda ammas haalii gara waraanaa boqonnaa biraatti geessuun tarii ejjannoo injifannoos geeddaruu mala.
Walitti bu'iinsa dhaabuuf ammoo karaaleen gara waliigaltee irra ga'uu (walitti bu'iinsa, lola haambisuu) tti geessanis jiru. Lolanii waliigaltee irraa ga'uu (dirqamsiisanii) fi osoo hin lolin waliigaltee irra ga'uu (karaa nagaa, mariin, kennanii fudhachuun...kkf furachuu) dabalatee jechuudha.
Filannoolee karaa nagaatiin walitti bu'iinsa haambisuuf oolan keessa tokko immoo, adduunyaa keenya irratti walitti bu'iinsa dhaabuuf yeroo dheeraa irraa kaasee kan itti fayyadamame soddomuudha.
Walitti buโiinsa mootummaa ykn gareewwan gidduu jiru waraana malee marii, waliigaltee, araara fi wal hubannaan furuun dabalataatti, soddoomuun (marriage alliance) nagaa uumuun mala siyaasaa durii fi seenaa dheeraa qabu dha.
Waggoottan kuma heddu dura ( Ancient Egypt) irraa eegalee karaa kanaan Mootummoonni, saboonni ykn qaamni walitti bu'iinsa qabu soddomuun (fuudhaa fi heerumaan) haala tasgabbeessuu, nagaa uumuun hariiroo isaanii ijaaruufi cimsuun mala siyaasaa durii fi seenaa dheeraa qabuudha.
Walitti buโiinsa dhaabuu qofa osoo hin taane waliigaltee siyaasaa uumuu, mootummaa jidduu firummaa ykn qabeenyaan walitti hidhuufis gahee guddaa qaba.
Waa male kana hin kaasne. Duula jidduu kana toora interneetii irratti gaggeeffamaa jirutu na yaadachiise.
Duulli amma gaggeeffamaa jiru kun, nagaa addunyaa galmaan milkeessuuf intalli hogganaa Kooriyaa Kaabaa ilma Pirezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraampitti akka wal fuudhaniifi Washington fi Pyongyang akka soddooman gaafachaa jira. ๐
12/03/2026
Amerikaa fi I-zrael haala amma jiru kanaan itti fufuu dadhabuu isaaniitiin weerara Iraan irratti raawwatan hirโisuuf akka yaadan Abbaan Taayitaa Tamsaasa Izraaโel beeksiseera.
Gama faayinaansiitiin, dinagdeen Izraaโel sababa balaa muddamaa kanaan torbanitti doolaara biiliyoona 3.7 kan kisaare yoo taโu, mootummaan baasii waraana kanaa uwwisuuf doolaara biiliyoona 3 dabalataa Ministeera Ittisaaf akka ramadu taasiseera jedha dhaabbanni oduu mootummaa I-zraeliin gaggeeffamu The Israeli Broadcasting Authority.
Kanumaanis Washington fi Tel Aviv haala kanaan itti fufuu hin danda'an, haleellaa Iraan irratti rawwatan, boom**bii roobsan hirโisuuf karoorfataniiru jedhee
12/03/2026
Hoisting and Lifting Equipment:
๐ง Key Points on Hoisting & Lifting Equipment
- Manual Chain Hoist
- Operated by hand chain.
- Best for small loads and short lifts.
- Simple, low-cost, portable.
- Lever Hoist
- Uses a lever handle for lifting/pulling.
- Ideal for horizontal pulling and load positioning.
- Compact and versatile.
- Electric Hoist
- Powered by electricity.
- Efficient for frequent lifting.
- Common in workshops and factories.
- Trolley Hoist
- Mounted on a beam trolley.
- Allows horizontal movement along beams.
- Useful in warehouses and assembly lines.
- Wire Rope Hoist
- Uses wire rope instead of chain.
- Handles heavier loads with smoother lifting.
- Suitable for industrial applications.
- Pneumatic Hoist
- Powered by compressed air.
- Safe in explosive or hazardous environments.
- Lightweight and durable.
- Jib Crane
- Fixed arm with rotating movement.
- Covers a circular area.
- Common in workshops for repetitive tasks.
- Mobile Crane
- Mounted on vehicles.
- Highly flexible for site work.
- Handles very heavy loads.
- Portable Hoist
- Lightweight and easy to move.
- Used for temporary lifting needs.
- Quick setup and dismantling.
Types of Hoists and Cranes Used in Construction
Different lifting equipment is used on construction sites depending on load capacity, power source, and mobility. From manual chain hoists to electric and pneumatic hoists, each system helps engineers safely lift and move heavy materials.
Understanding these tools helps improve site safety, efficiency, and productivity in construction projects.
Follow jihadu abdella
12/03/2026
๐ Types of Roofs โ Key Notes
- Shed Roof
- Single slope design
- Simple, economical, easy to construct
- Common for small extensions or modern minimalist houses
- Gable Roof
- Two sloping sides forming a triangle
- Good water drainage and ventilation
- Popular in residential buildings
- Hip Roof
- Slopes on all four sides
- Strong against wind loads
- Provides extra shade and stability
- Hexegonia Roof
- Six-sided polygonal roof
- Aesthetic appeal, often used in gazebos or pavilions
- Symmetrical and balanced design
- Six-Slope Roof (Variant 1)
- Equal six-sided slopes
- Decorative, suitable for kiosks or small structures
- Uniform load distribution
- Six-Slope Roof (Variant 2)
- Unequal slopes with varied dimensions
- Unique architectural style
- Adds character but more complex to build
Basic Roof Designs Explained
Understanding roof types is important in civil engineering and architecture. Different roof shapes help manage rainwater drainage, wind resistance, and structural stability.
This illustration shows several common roof designs used in residential construction:
๐น Shed Roof โ A single sloping roof, simple and economical.
๐น Gable Roof โ Two sloping sides meeting at a ridge, one of the most common roof types.
๐น Hip Roof โ Slopes on all four sides, providing better wind resistance.
๐น Pyramid / Four-Slope Roof โ All sides slope to a single top point.
๐น Six-Slope Roof โ Complex roof design with six planes for aesthetic architecture.
๐น Hexagonal Roof โ Used for gazebos or unique architectural buildings.
Each roof type has different structural behavior, drainage capability, and construction cost. Choosing the right roof depends on climate, design requirements, and building structure.
Follow Jihaduabdella