Gadaan boon

Gadaan boon

Share

Like goodha nuu hordofaa

22/01/2022


Haqaaf utuu jooru dhama'ee
Garbumma sabasarra fonqolchuu
Hiriyaasa gidduudha dhabame
Utuu jedhuu alagaan nun bulchuu

Dhugaan dabee jal'ate
Haqni haqaaqame kaleessaa
Bor taa'ee isin gaafataa
Dhiigni Hacee Hundeessaa

Dhugaa dabee naafate
Haqni Hacaaluu hundeessaa
Qarxamsa na kukkutaa
Tiruuf lafee koo keessaa

Inni hidhame hiikamee
Nii gala maatiisaattii
Inni du'e barbaadamee
Eessaa galaa dhugaamattii

11/11/2021
22/10/2021

5-7Ă—7+7=?

21/10/2021

0oo

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Dilla?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Dilla
1122