Seyfal Islaam

Seyfal Islaam

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Seyfal Islaam, Sport & recreation, ورومى, Dire Dawa.

01/02/2026
21/09/2025

As wr wb me warri Magaalaa saanii ifaan hin jirre qubabaasaa🖕

12/09/2025

Juma'aa kee
Nagayaa rahmata Rassuularra buusuun eegali
إبدأصباح الجمعة بالصلاة عى النبي

10/07/2025

Ergaa dubartootaaf.!

Osoo duutee jirtuuti qaanfatti..
Faaximaan gaafa dhukkuba keessatti duute san dhukkubsatte Asma’aa binti Umeeysii isii gaafachuuf irratti ol seente..
Faaximaan akkana isiin jatte “Yaa Asma’aa boru oggaan du’ee reefka kiyya baadhatanii dhiira irratti oggaa gad na baasan siree keessan qaamni kiyya mul’achuun sodaadha jatteen !”
Asma’aan “Habashatti siree akka “howdaja” dubartiin guyyaa heerumtu gaala gubbatti godhaniifi Takkaan arge ta akkasii siif tolchinuu jatteen ?!
Faaximaan :Ee jatteen.
Asma’aan :Siree irra baala timiraa afteeti gama hundaanu cuqqaltee akka namni keessa ciisu qaamni isaa hin mul’annee gootee itti fidde.
Faaximaan : “Yaa Asma’a akka na sattartetti Rabbiin si haa sattaru jatteen.!”

Ibnu Abdil barri oggaa seenaa tana hime booda akkana ja’e “Faaximaan Islaamummaa keessatti dura nama reefki isii hagoogameeti “

Kitaaba Al istii’aab 4057.
•Eega duute qaamni isii mul’achuu irraa qaanfatte dhiirti isii baadhattu eenyu ? Bakki bakka fitinaan itti sodaatamuu ?!!
Osoo faaximaan arra magaala teenya irra dabartee dubartoota islaamaa argitee maal jatti ?!

Sabontuu Oromoo

08/07/2025

BEEKUMSA WALIIGALAA
✓ Biyyi yeroo duraaf humna ibsaa bishaan irraa maddisisuu eegalte
# Noorwey
✓ Biyyi yeroo jalqabaaf dandii babuura eegalte
✓ Biyyi yeroo jalqabaaf alaaba mataashe maxxansuu eegalte
✓ Biyyi yeroo jalqabaaf mirga filuu shamaraniif kennite
✓ Biyyi yeroo jalqabaaf Vaati(Value Adeed Tax) eegalte 1954
✓ Biyyi yeroo jalqabaaf Teeknolojii 36ffaa omishtee
✓ Biyyi yeroo jalqabaaf Saatalaayiti nam tollchee gara hawwaatti
furguggiste Raashiyaadha, maqaan Saatalaayiti sanaas
# Sputnik jedhama 1957.
✓ Biyyi yeroo jalqabaaf warraksa warshaalee dhandhamte
✓ Dubartiin yeroo jalqabaaf Dooktera fayyaa taate Blackwell
jedhamti lammii , bara 1849 Dooktera taate.......
Yoo si barsiise hiriyootakeefis share godhi

Photos from Seyfal Islaam's post 08/07/2025

Hojiiwwan Majlisaa
🍀🍀🍀🍀🍀🍀
1. Itiyoophiyaa keessatti dhimmoota amantaa sadarkaan jiran bifa barbaachisuun hoogganuu.

2. Faayidaa fi mirga Muslimoota Itiyoophiyaa kabachiisuuf haala kaayyeffateen Muslimoota biyya keessaa fi sadarkaa idil-addunyaa bakka bu’uu

3. Sochii amantaa idilee haala barbaachisaa ta’een bulchuu.

4. Mirgootaa fi faayidaalee Muslimoota eegsisuu.

5. Rakkoolee hawaasummaa hawaasa Muslimaa akka furaniif sochiilee tola ooltummaafi tajaajila hawaasummaa qindeessuufi haala barbaachisaa ta'een hojiirra oolchuu.

6. Hambaalee fi seenaan Islaamaa Itiyoophiyaa keessa jiran akka eegamanii fi akka beekaman gochuu.

7. Karaa hunda galeessaan hojiiwwan ijaarsaafi ga'umsa dandeettii hawaasaa fi dhaabbilee Muslimaa raawwachuu.

8. Hojiiwwan tokkummaa, waloomaafi qindoomina hawaasa muslimaa jabeessuu danda’an raawwachuu.

9. Guutuu biyyattiitti guddina hawaasummaa Muslimotaa haala qindaa'ina qabuun hojiirra oolchuu.

10. Haala mirgaa fi faayidaalee hawaasa muslimaa dabarsee hin kennineen dhimmoota biyyaa fi ummataa irratti mootummaa waliin hojjachuu

🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

Yoo eenyuun filatte hojiiwwaan yookaan gochoota kanneen siir raawwata?

Ustaaz Ahmedin Jebel

12/09/2024

As wr wb

04/09/2022

Sallallaahu aleyhi wasallam

04/09/2022

صلى الله عليه وسلم

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Dire Dawa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


ورومى
Dire Dawa