Daggala Ilaalcha

Daggala Ilaalcha

Share

Page kun jijjiirama fiduuf, foyya’iinsaaf, guddachuuf,barachuuf,yaada namoota addunyaa irratti qormaata sammuu uumuuf uumame.

Kunis ilaalcha, miira,dandeettii, yaada sammuu irratti hojjechuun namoota kakaasuuf, onnachiisuuf, barsiisuuf kan kaayyeffatedha! With a Bachelor of Arts degree in Mechanical Engineering from Arbaminch University, Ethiopia. I have a strong background in education and culture as a drivers of peace building and social changes. I have also gained a valuable experience in Maintenance of Machinery, pea

02/06/2026

"You don't find yourself, you create yourself!"

"Eenyummaa kee barbaaddee hin argattu; eenyummaa kee ofii keetiin uumatta!"

Working In Unity, Success For Infinity!

20/05/2026
12/05/2026

You Can't Find Yourself, You Create Yourself

You are not something to be discovered—you are something to be built.

You Can’t Find Yourself, You Create Yourself is a practical and empowering guide to intentional self-creation.

09/05/2026

Working In Unity, Success For Infinity!

20/04/2026

MAALOO NA HUBATUU? MAALUMAATU NAAF FALA ? jettee ni dhiphattaa?

Eeyyee niin dhiphadha!
Jiruu biyya lafaa irratti ilmi namaa akka si hubatuuf yaalii goota taanaan yoomiyyuu oftaatee Jiraachuu akka hin dandeenye amani. KANAAFUU nama ofiisaa dursa hubatu ta'ii Seeraan of ofbeeki! Ga'umsa fi dadhabina kee dursa beeki! ittiis amani! fooyyeessuuf tattaafii cimsi! sanaan booda ilmi namaa hunduu ofiif si hubata.
OFTA'I ! YOOS GALMA GEESSA!

11/01/2026

Namni qalbii isaa qulqulluu ta’e, dogoggora irraa bilisa ta’e, nagaa sammuu fi gammachuu yeroo hunda qabaata.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Dire Dawa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address


Dire Dawa