19/09/2026
📢🥋 ODUU GAMMACHIISAA
❤️ Jaalattoota Ispoortii Magaalaa Innaangoo Maraaf!
Akkuma beekamu, guyyaa borii jechuun gaafa 10/1/2019, jijjiirraa qabato barattoota Marsaa 14ffaa ni gaggeessina.
Namoonni kanaan dura galmee nu gaafachaa turtan, Faacaasaa dhufu irraa jalqabnee Marsaa 15ffaa itti fufsiifna. Kanaaf, namni fedhii qabu hundi yeroo isaa eeggatee galmaa'uu ni danda'a.
📅 Yeroo Leenjii:
📍 Faacaasaa
🥋 Kamisa fi Jimaata
⏰ Sa'aatii 10:00 hanga 12:00
📆 Torbanitti guyyaa 3
🏆 Leenjii keenyaa
🥋 Artii Taekwaandoo — Art of Taekwondo
🥋 Ogummaa Taekwaandoo — Taekwondo Skills
🛡️ Ofirraa Ittisuu — Self-Defense
🤸 Laafina Qaamaa — Flexibility
🥊 Leenjii Fiitnesii — Fitness Training
💪 Leenjii Qaamaa fi Fayyaa — Physical & Health Training
🧠 Jabina Sammuu — Mental Strength
🏆 Leenjii Dorgommii — Competition Training
👊 Leenjii Ispoortii Lolaa — Martial Arts Training
❤️ Fayyaa fi Humna Qaamaa — Health & Physical Strength
⭐ Naamusa fi Ofitti Amanamummaa — Discipline & Self-Confidence
👨🏫 Leenjii Leenjisummaa — Coaching Training bilbila 0913597555