Hàñźälà Ibñű Bákàr

Hàñźälà Ibñű Bákàr

Share

Yaa Rabbii Abdiin Tiyyaa Suma I am Muslim �

06/05/2026
06/05/2026

Arsenal

19/02/2025

CHAMPIONS LEAGUE HALA MADRID IS LOADING 16 👑

19/02/2025

Hala Madrid 🤴 👑 🤴King of Europe 🇪🇺

26/11/2024

Yeroo garii,baayyina rakkoodhuma keetii yoo laalte,ufii uf hifattee,uf dadhabuu jalqabaa beeki.

Eeeee
Yoo dhiiftes kan si hin dhiifne,yoo jalaa gortes kan si jalaa hingorre,yoo ciiftes kan si hin ciibsine,yoo afaan jalaa qabattes kan sirraa gadi hin cal’isne, rakkoo gurra kee jalaa sitti hasaasutu jiraa argi.

Jaaloo
Kan rakkoo kee furu,kan rakkoo hawaasaa furu, kan rakkoo uumamaa furu osoo hin taane,kan yoo akka tasaa rakkattee kee arge carraa ittiin jiruu isaa mijjeeffatu barbaadu yoo argitu immoo,irra caalaa rakkoon dhibamtee dararamtaa argi.

Laaa!
Gariin qubee maqaa isaa dura jirtu sirreeffachuu baratee argi,gariin luqmaa ittiin funaannachuu leenji’ee laali,gariin ittiin waamamuuuf dhagaa mukatti bu’ee taajjabi,gariin homa barateefuu hin beekuu xiinxalli.

Yoooo
Rakkoo dhuunfaa,rakkoo hawaasaa,rakkoo nam- tolchee,rakkoo uumamamaa keessa gangalataa,dirri kee waddamaa,imimmaaan harcaasaa kolfuun akka jiru kan argitu,yoo namooma qabaattee,namatti siqxe argitaa nama tahuu yaali.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address


Haromaaya
Harar
2124