Manchester united Ethiopia Fans

Manchester united Ethiopia Fans

Share

12/09/2025

🗣️" Ani Deeggara Manchester United dha" Jude Bellingham tu jadhe

🎙️Taphataan sarara jidduu lammii England fi Real Madrid Jude Bellingham deeggaraa Manchester United ta'uu isaa ibseera, gaazaxeessaan itti fufuniis tarii gara fuulduraa Premier League dandeessa? Carraan ati gara Premier league deebi'uu jira laata?kilaba kamiif taphachu barbaaddaa?

Jud.Bellingham 🗣️"Eeyyee naan barbaadaa,garuu dhugaa dubbachuuf gara fuulduraa wanti tahu hin beekkamuu, ani deeggara Man.Utd dha, Manchester United deeggaraan guddaadhee,yoo rabbii jadhe naan deebi'aa "jechun dubbate!!

Silaas taphataan guddicha England Manchester United hin deeggarree,deeggara hin guddaannee eessa jirahoo😋


08/09/2025

Jaalalti biyyaatii fi hojiin ati guddisuu biyya teetiif hojjachaa jirtu gufuuleen hedduun danquu waliin tursiiftee ati obsaan injifattee bakka yaaddeen geesse. Miira gammachuu kee ibsachuu hin dandeessu. Booharraa .

Imimmaan gammachuu Dr Abiy Ahimed Ali buuse har'a.

23/08/2025

Dhagaha wal-dhageessisaa🔥🔥

Guddichi England Manche baaraanyaa fuullisaa Shahrukh Khan,kan dhaabbiinsaa Salamna Khan kan technique isaa Oliver Kahn Senne Lammens mallatteessifachuuf dhihaateera,sichi kubbaa miti shimbirroon iyyu nutti hin seentuu😅, Onanisha inni deeggartoota Arsenal, Liverpool, Chelsea fi Man. City biraatti jaallatamuu hojiinsaa marga Old Trafford haamuufi bishaan obsaadhuu🤣🤣

Raya Golde Glove kanaa duraa injifatte ka barakhaa siif haa godhu sichi Senne lammens tu injifata waantaheef,Yashin Trophy illeen kanumaa Lammens dha🤙Manchester united Ethiopia Fans Manchester United Premier League

22/08/2025



Taphni hin jirumii? Maarree.......

⭕Naan yaadadhaa Ruben Amorim leenjisaa Manchester United tahe waligaltee mallatteessee osoo gara Man.Utd hin dhufiin duraa Mount taphataa System Amorim'f mijataa tahee fi Amorim taphataa jaallatamuu dandahuu akka tahee barreesseen ture, ooleen bullee yeroo hanga Mount miidhamarraa bilisaa tahee gahumsaa akeektuu wahii mullisuu Amorim akka baay'ee isaa jaalatuu yeroo hedduu irraa daddeebiin dubbateera, kana qofaas miti yeroo Mount gooli galchuu gammachuufi seeqaa yeroo kaan irraa addaa taheen ibsataa turee mullateera, ammas irraa deebi'een jadhe Mount miidhamarraa bilisaa taanaan taphataa kilabicha keessatti Untouchable tahanii fi System Amorim kanaan Man.Utd gara guddummaasaa deebisuu dandahaa keessaa tokkoofi addaa dureedhaa,dhiheenyaa erga ji'oota muraasa miidhamarraa bilisaa tahee dhumaa season darbee fi taphoota Pre-Season dhan gahumsaa bareedaafi form gaarii irratti argamaa, tapha dhihoo Man. Utd fi Arsenal jidduutti gaggeeffamaan akka Man.Utd caalaa tapha fudhate kubbaa tohatee taphatu gara duuba godhe jidduu gargaaruun jidduurraatti MUT ti baay'inaa nama akka caalaa taasisuun akka Man.Utd ol'aantummaa caalmaa tapha fudhatu taasisuu keessatti gahe ol'aanaa taphate,sana qofaa miti sarara ittisaa Arsenal garmalee taasisuun sarara ittisaa fi jidduu tasgabbii dhoorkuun akka jee-qamaan taasisaa ture, kana malees long pass dinqii bal*aa uumuu dandeessuu gara Mbuemo dhaf ergaa ture, namoonni hedduun kan dinqisiifataan taphataa አብዶ hojjatee dribble babbareedoo taasisee isaan bashanaansiisee fi taphataa gooli galchee malee taphattoota waan maaykiraaskooppiin malee hin mullannee hojjataanii dirree keessatti akka hreetti laaffaa'aanii garee utubaaniifi qoodaa hin kaahaan🥹,dheengaddaa Sesko Bench teessisee Mount akka False #9 fayyadamuun Amorim akka dogoggoraatti warri ilaalaan jiru,garuu tapha sana irratti osoo mount jalqabaarraa hiriiruu baatee tarii akka caalmaan tapha fi ol'aantummaa tapha sun hin jirre hin beekaan!!

Garuu... Garuu.. Garuu

⭕Waa'ee Mason Mount waan gaariin yeroo dubbatamu naan ajaa'ibuu sababiin isaas waan baay'ee fi kana caalaa akka godhu waanaan beekuufaan waan guddaa isa irraa eegaa,Ten Hag jalatti fi amma Amorim dabalatee yoo mucaan kun miidhama irraa bilisa ta'e tapha gurguddaa irratti ni taphata yeroo isaa taphachisaanis ni argineera, maalif seetan? Maalif taphoota gurguddaa irratti Mount hiriirsaa beektuu?

👉 Garee faallaa boqonnaa dhoorkeet boqonnaa malee press godhaa,animmo hunda caalaa pressing isaan dinqisiifadhaa👏,hanga dirree keessa jiru dadhabbii irratti hin argituu gareesaaf humnaa dabalataa kennaa,bakkewwaan adda addaarraa taphachuu dandahaa, dirree guutuu dadhabbii malee fiffiigaa Athleticism yeroo amma taphataarraa barbaadamuu sanas ni qaba, kanammoo gaha dhihoo tapha Man.Utd fi Arsenal irraatti kubbaa Counter attack dhan taphattoonni Arsenal gara Box Manche deemaa turaan akkamitti akka Mount Saka jala kubbaa balleessee Counter Attack sana fashaleessee argitaaniittuu? Akkaataa inni itti Badge fi gareesaaf Fight godhu, Passion isaa🔥fi amalasaa Professional-umaan isaa leenjisoota fi deeggartoota kubbaa miilaa hedduu biraatti isaa jaallatamsiisaa!!

⭕Mason Mount bara dorgommii 2025-26tti Manchester United wajjin carraan qabu leenjisaa haaraa Ruben Amorim jalatti abdachiisaa ta'ee mul'ata,Amorim dandeettii Mount irratti amantaa akka qabu kutannoo fi naamusa hojii isaa irra kanka'ee,''Mount taphata kubbaa miilaa isa sirrii ti'' jechuun faarsuun isaa ni yaadatama,Mount milkaa'ina kilabichaaf taphataa murteessaa ta'uu isaas Amorim cimsee dubbateera,Mount taphataa baay'ee hojjechuu danda'uu, taphataa hunda galeessaa tahuufi, sarara jidduu akka False No9 fi qarqara lamaan irraa taphachuu dandeetti isaa dandeessisuu qabachuu cinaatti amalasaa irraa kanka'ee Makes him a Valuable asset in Amorim Tactical Framework,leenjisicha ni jaalataa ittis ni gammadaa amantaa guddaas irraa qaba, rakkoon isaa tokko fi tokkoo qofaa innis miidhamaa,As injuries have previously hindered his consistency, yoo miidhamarraa bilisaa tahee,Yoo fayyaa ta'ee miidhamarraa bilisaa ta'ee turuu danda'ee Mount jireenyaasaa Old Trafford haaromsee taphataa ijoo sarara jidduu Manchester United akka tahuuf aduun baateeraaf,ana dabalatee fakkatootaakoofi Ruben Amorim abdii guddaa isaarraa qabna,Mount miidhamarraa bilisaa tahee bara dorgommi kana waan Mount hojjatuu qabufi ittiin beekkamuu akka hojjatuu abdiin qaba!!

👉Mason Mount yeroo Chelsea turee kaasee akkaaniin jaalladhaa,keessattuu erga kilabii koo Man.Utd ti makamee, tapha isaa ilaaluun na gammachiisa, yeroo hunda waa'ee isaa haasawuun natti tolaa😋, waa'eesaa namoota waan Negative dubbatuun dhaga'uu hin barbaaduu!!

Good Luck my lovely boy❤️🫶
Manchester united Ethiopia Fans

Photos from Manchester united Ethiopia Fans's post 17/08/2025

𝐖𝐡𝐨’𝐬 𝐰𝐢𝐧𝐧𝐢𝐧𝐠 𝐚𝐭 𝐎𝐥𝐝 𝐓𝐫𝐚𝐟𝐟𝐨𝐫𝐝? 🤩🏟️

Predict the result in the comments! 🍿

Manchester United

Photos from Manchester united Ethiopia Fans's post 07/08/2025

Boom 💥 HERE WE GO!
Deeggartootni Maanchister Jirtuu 🖐🏼
Manchester United

06/08/2025

Viktor Gyokeres vs Villareal

62 played
0 Goal
0 Assists
1 One shot
5 Passes to Arteta

03/07/2025

Oduu gaddisiisaa💔
Taphataan sarara fuulduraa lammii Poorchugaal Fi
Kilaaba Liivarpuul Diyeegoo Jootaan balaa konkolaataatiin du'uu isaa Fabrizio Romano gabaaseera

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address


Harar