Gare kubba milla- kombelcha MR

Gare kubba milla- kombelcha MR

Share

⚽️⚽️fc.kombe ⚽️⚽️

Photos from Gare kubba milla- kombelcha MR's post 16/08/2026

⚽️⚽️❤️Baga Gammaddan❤️⚽️⚽️

Akkuma beekamuti Aana Keenya keessati Leenjji Sporti kubaa Millaa Gudatoottaaf Keenaa jiraachuu Kenya Niyaadatama Aara Garuu Calallii Akaadami Xurunash Dibaaba Fi Akaadami Fedaraala Senuf Calalamuu Irrati hirmaane Ture Kan Hirmaane keessa amoo Anaa kenyaraa Gudatooni Sadii 3 Calallii Xumuraa Kan Magaala Dire Dewaa Irrati Guyyaa Salasaa Godhamuuf Darbanii Jiruu Bu'aa Lafaati ofii Arguun Caalatti wani nama gamachisuu hin jiruu Calallii Xumuraa Sanis dabartani Akka Seentan abdiin issiniraa qaba Naa Jabaadha jajabee too 💪🫡
3
3
2

11/08/2026

⚽️⚽️Yaadannodhaaf⚽️⚽️
❤️❤️❤️Ibsa Motorola❤️ ❤️❤️

10/08/2026

⚽️⚽️Yaadannodhaf⚽️⚽️

Photos from Gare kubba milla- kombelcha MR's post 07/08/2026

Akkuma bekkamuti Aana kenya keessati Gosa sportii Kubbaa millaatin Leenjji Gudattootaaf Keenamu Akkuma itti Fuffeeti jira Guyyaa Alhadaa Jachunis Guyyaa 3/12/2018 Ammo Taba Michoomaa Gudattoota Aana Qarsaa walin Godhuuf Waan deemnuuf Gamanumaan Jiraatooni fi Jaalattooni Kubbaa Millaa Aanaa Kenyaa dhuftani Joolleen teenya Maalira Akka Gessee Akka Daawatan Afeeramtani Jirtan

Yoo tokkumaan tabanee🤝
yoo Jaalalaan Tabanee

⚽️💪

Photos from Gare kubba milla- kombelcha MR's post 02/08/2026

! 🎍
⁉️

Guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 800 dhaabuuf guyyaa tokko qofatu hafe! Obbo Nuuraddiin Abraahim Bulchaa Aanaa kombolchaa 🙏 #

Photos from Gare kubba milla- kombelcha MR's post 24/07/2026

Isportiin Jalaala,Tokkummaa,kabaaja Biyyaatti ...ol guddatotaa keenya haa deegaruu ciinaa ha dhabannuu

Photos from Gare kubba milla- kombelcha MR's post 21/07/2026

💪💪💪❤Hayilab Gannachow❤💪💪💪gaalta si maala jajjaabadhuu ittii Fuufi🙏🙏🙏🙏
Aani Sportii Kubaa millaa Biyya tiyaa Kombolchaa Gudissuuf Haanga na Galleen Gahee Kiya bahaachuf yaalluttin Jirra Atiho? Issiinhoo?

20/07/2026

⚽️⚽️Yadannof⚽️⚽️
Me guyya kana namni yaadattan comment jalatti barresa

19/07/2026

𝐒𝐄𝐂𝐎𝐍𝐃 𝐒𝐓𝐀𝐑 = 𝐀𝐂𝐇𝐈𝐄𝐕𝐄𝐃 🌟🌟

Spain are the 2026 Champions! 🇪🇸🏆

|

18/07/2026

⚽️⚽️Yadannof⚽️⚽️
Me ijolle kombe kana kessa enyu akka sitti mullatu comment jaalatti barresa.wagga meqa dura akka tahes comment jaalatti barresa

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Kombolcha?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


East Hararghe
Kombolcha
KOMBE