Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree

Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree

Share

πŸ‘‰ B𝔒 π”­π”žπ”―π”± 𝔬𝔣 𝔰𝔦𝔯𝔒 π”£π”¬π”¬π”±π”Ÿπ”žπ”©π”© π”±π”’π”žπ”ͺ π”£π”žπ”«π”°
πŸ†βš½οΈβš½οΈβš½οΈπŸ†

Photos from Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree's post 03/04/2026

🚨 : Biqilaa Dirribaa Gara B.M. Dilksisitti! 🚨
​Liigiin Guddichi Naannoo Oromiyaa (Oromia Premier League) marsaan 2ffaan hawwii guddaan eegamaa jiru, gaafa guyyaa 27/07/2018 Magaalaa Naqamtee, Istaadiyeemii Wallaggaatti akka jalqabu ni beekama.
​Morkii kanaan walqabatee, Kilabni Kubbaa Miillaa B.M. Dilksis piriimer liigichaa qabxii 3'n dorgomtoota isaa irra fagaatee dursaa jiru olaantummaa isaa caalaatti cimsachuuf tarkaanfii cimaa fudhateera.
β€‹βš½ ​Kilabni B.M. Dilksis liigicha sadarkaa 1ffaan xumuruuf karoora qabate galmaan gahuuf, sarara gidduu irratti taphataa murteessaa fi furtuu kilabii keenyaa kan ta'e Biqilaa Dirribaa waamicha taasiseefii gara kilaba isaatti fudhatera.
➣ ​Ergaa Maatii Kilabii B.M. Siree Irraa taphataa keenya jaallatamaa Biqilaa Dirribaaf carraa gaarii hawwina! Bakka dhaqxu hundatti milka'inni siif haa baay'atu. Gumaacha kilabii keenyaaf goote hundaaf galatoomi!"
➣ ​Akkuma beekamu, kilaboonni liigii kanaan 1ffaa hanga 4ffaan xumuran ​Ambaasaaddara Naannoo Oromiyaa ta'uun filatamu.
​Shaampiyoonaa Kilaboota Itiyoophiyaa irratti hirmaachuuf carraa ni argatu.
β€‹πŸ“’ Jaallattoonni fi deeggartoonni Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree, taphataa keenya Biqilaa Dirribaaf "Milkaa'i!" jechuun yaada keessan comment irratti kennaafii! πŸ‘‡
​ Success

Photos from Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree's post 02/01/2026




Club : Sibu Sire FC

Oromia Higher League Group A
Match Week 10
Robe
Friday, Jan 2, 2026

Photos from Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree's post 27/12/2025

Oromia Higher League Group A
.
Wal dorgommii liigii olaanoo Oromiyaan taphni Sibuu Siree fi Ammiinyaan taasisan olaantummaa Sibuu Siree 3 fi 0n goolabameera.
.

Match Week 7
Robe 🏟️
Saturday, Dec 27, 2025

Photos from Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree's post 25/12/2025


Bravo Chala Bacha kanaa ol sirraa eegna jabaadhu
Club: Sibu Sire FC
Position: Defender
Oromia Higher League Group A
Match Week 6
Robe 🏟️

24/12/2025

Top Goal Scorers of Oromia Premier League 2018 EC until Match Week 8 .

Yohannes Dereje = Gelan(5)
Dawit Bargena = Sanbitu (5)
Lemi Gemechu = Gulliso (5)
Abinnet Basgina = Sirti (5)
Mulugeta Teklu = Jimma A.Buna(5)

18/12/2025

Jimaata boruu tapha Piriimer Liigii Oromiyaa torbee 7ffaa Darbii Kilaboota Lixaa gidduutti morkiin gaggeeffamu si'oominaan eegama .

Dursaan Liigichaa Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Gimbii Dursummaa cimsachuuf , Bulchiinsi Magaalaa Gullisoo ammoo gara injifannootti deebi'uuf Jimaata boruu sa'aa 5:00 Istaadiyeemii Magaalaa Asallaatti morkiin gaggeessan xiyyeeffannoo olaanaa argateera .

Photos from Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree's post 07/12/2025


'i
➣ Taphaataan murteessaa kilabii kubbaa miillaa bulchiinsa magaalaa Siree duraanii Lammii Gammachuu Haatirikii isaa jalqabaa hojjeteen Gullisoon 3-2n Giddaa Ayyaana mo'attee ba'eera. Si dhabuun bayyee ulfaataa dha bakka jirtutti jabaadhu πŸ†πŸ†πŸ†

Photos from Kilabii Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Siree's post 11/06/2025


➣ Tapha Guutuu Itiyoophiyaa Torbee tokko booda eegaluuf Gareen Kubbaa Miilaa dhiirota Naannoo Oromiyaa Jimmaatti qophii eegale jira akkasumas taphattoonni sarara fuulduraa kilabii kubbaa miillaa bulchiinsa magaalaa siree Biqilaa Dirribaa fi Lammi Gammachuun Oromiyaa bakka bu'un gaafa guyyaa 10/10/2017 kan hirmatan ta'u fuuli feesbuukii federeshinii kubbaa miillaa oromiyaa ni mullisa kanaafuu taphattoota keenya oromiyaa bakka bu'aniif carraa gaarii hawwina.

18/05/2025

➣ Olmaa guyyaa har'aa πŸ“·

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Nek'emte?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Siree Town
Nek'emte