22/08/2026
Sagantaa galateeffannaa fi kennaa certificate barattotaa kilabii Firagon eebba marsaa 10ffaa sababeeffachuun galma leenjii Fire of Dragon keessatti gaggeeffame suuraadhaan.
Master Imaa Seid
IFMED
International Wushu Federation - IWUF
fans
Wushu Shaolin Kung Fu
Yemen Wushu
23/07/2026
✨ OFFICIAL PARTNERSHIP
Fire of Dragon Martial Arts Training Center 🤝 Senaol Prime
Sagantaa eebba keenya Dilbata dhufu (19/11/2018) galma abbaa gadaa hojii viidiyoo fi suuraa sadarkaa olaanaatiin waraabuuf waliigalteen keenya ifatti mallattaa'eera.
Every moment. Every achievement. Professionally captured.
🔥 See you on Graduation Day!
19/03/2026
Sagantaa ifxaaraa wiirtuu leenjii marshal artii wushuu Fire Of Dragon 🐉