Sheger City FC/ የሸገር ከተማ እግር ኳስ ክለብ

Sheger City FC/ የሸገር ከተማ እግር ኳስ ክለብ Sheger city FC. We deliver the latest Soccer news

"Kilabii Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar imala gara Idil-Addunyaatti taasisaa jiru dhugoomee Jira ‼️"Oduu Ammee: Taphataa...
23/07/2026

"Kilabii Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar imala gara Idil-Addunyaatti taasisaa jiru dhugoomee Jira ‼️"
Oduu Ammee: Taphataan Kilabii Norwich City Alii Ahimad Ambaasaaddara Kilabii Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar Ta'e!
Taphataan Garee Biyyaalessaa Kaanaadaa fi kilabii Norwich City kan ta'e Alii Ahimad, Ambaasaaddara Kilabii Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar ta'uun muudameera. Aliin badhaasa kabajaa mallattoo Magaalaa Shaggar qabu bakka Kantiibaan Magaalaa Shaggar Doktoor Tashoomaa Addunyaa argamanitti kan isaaf kenname yoo ta'u, kunis guddina kubbaa miilaa magaalichaatiif qooda guddaa kan qabu fi imala idil-addunyaa kilabii kubbaa miilaa magaalaa shaggar dhugoomsuu kan dandeessisu ta'uun ibsameera.

02/07/2026

የሲቢኢ የኢትዮጵያ ፕሪምየር ሊግ ወቅታዊ የደረጃ ሰንጠረዥ !

    2-0  Shire-Midregenet
02/07/2026



2-0 Shire-Midregenet

Shaggar sodaa gara Liigii Ol'aanaa Itiyoophiyaatti gadi bu'uu keessaa ba'uun sadarkaa 10'ffaatti olsiqe.   Liigii Itiyoo...
28/06/2026

Shaggar sodaa gara Liigii Ol'aanaa Itiyoophiyaatti gadi bu'uu keessaa ba'uun sadarkaa 10'ffaatti olsiqe.

Liigii Itiyoophiyaa
ፕሪሚዬር ሊግ
Premier League

CBE Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa tapha torbee 37'ffaan Shaggar goolii 2fi 0'n Machaaliin injifateera.

Fiqruu Alamaayyoofi Yaareed Mokonnin daqiiqaa 21'ffaafi 31'ffaa irratti gooliiwwan mo'ichaa kanneen Shaggariif galchaniiru.

Shaggar injifannoo kanaan hiree liigicha keessa turuuf qabu murteeffachuurra darbuun gara sadarkaa 10'ffaatti olsiquu danda'eera.

የደረጃ ሰንጠረዥ ከ37ኛው ሳምንት ጨዋታዎች በኋላ !
28/06/2026

የደረጃ ሰንጠረዥ ከ37ኛው ሳምንት ጨዋታዎች በኋላ !

አሸንፈናል!!Injifannerraa🖤❤️🤍    🖤❤️🤍   🖤❤️🤍   🖤❤️🤍Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Shaggar tapha piriimerliigii torbee 36ffaa k...
28/06/2026

አሸንፈናል!!
Injifannerraa
🖤❤️🤍 🖤❤️🤍 🖤❤️🤍 🖤❤️🤍
Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Shaggar tapha piriimerliigii torbee 36ffaa kilabii Machaal waliin taphate galchii 2:0 n injifateera.

Kilabichi galchii Fiqiruu Alamaayyoofi Yaared Mokonnen boqonnaan dura lakkoofsasaniin injifannoo galmeesseera.


t.me/SebetaCityFC

75'ሸገር ከተማ  2 - 0 መቻል 21' ፍቅሩ አለማየሁ                                              31' ያሬድ መኮንን
28/06/2026

75'

ሸገር ከተማ 2 - 0 መቻል

21' ፍቅሩ አለማየሁ
31' ያሬድ መኮንን

የደረጃ ሰንጠረዥ ከ35ኛ ሳምንት ጨዋታዎች በኋላ !
16/06/2026

የደረጃ ሰንጠረዥ ከ35ኛ ሳምንት ጨዋታዎች በኋላ !

የሙሉ ሰዓት ውጤት !  0-0   ዩንቨርስቲ
16/06/2026

የሙሉ ሰዓት ውጤት !

0-0 ዩንቨርስቲ

CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 34ffaan Kilabiin Magaalaa Shaggar 1-0 Faasil injifate .Heenook Addunyaa daqiiqaa...
29/05/2026

CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 34ffaan Kilabiin Magaalaa Shaggar 1-0 Faasil injifate .

Heenook Addunyaa daqiiqaa 90ffaan Shaggariif galchii injifannoo lakkoofsiseera.

Address

SEBETA
Sebeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sheger City FC/ የሸገር ከተማ እግር ኳስ ክለብ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sheger City FC/ የሸገር ከተማ እግር ኳስ ክለብ:

Shortcuts

Share

Category