16/01/2026
Gadda Suukkanneessaa‼️💔😭
Guyyaa 8/5/2018
Godina Shawaa Kaabaa Magalaa Caancootti Balaa Konkolataa Qaqqabeen lubbun namoota 15 darbuun isaa ibsaame💔😭😭😭
my Hope Is Allaah
16/01/2026
Gadda Suukkanneessaa‼️💔😭
Guyyaa 8/5/2018
Godina Shawaa Kaabaa Magalaa Caancootti Balaa Konkolataa Qaqqabeen lubbun namoota 15 darbuun isaa ibsaame💔😭😭😭
16/01/2026
Artistii jaallatamaan Netsanet Workneh akka tasaa du'aan addunyaa kanarraa boqochuun isaa gabaafamee jira. Hojii isaa EBS TV's Family Game Show, akkasumas beeksisa fi fiilmii isaatiin kan beekamu Artist Netsanet Workneh gaa'ela kan qabu yoo ta'u abbaa ijoollee sadii ture. *** . Maatii, hiriyoota fi deeggartoota artistichaaf jajjabina hawwa.
ተወዳጁ አርቲስት ነፃነት ወርቅነህ በድንገት ከዚህ ዓለም በሞት መለየቱ ተሰምቷል።
በEBS TV የቤተሰብ ጨዋታ ፕሮግራም አዘጋጅና አቅራቢ እንዲሁም በሚሰራቸው ማስታወቄያዎች፣ ፊልሞች የሚታወቀው አርቲስት ነጻነት ወርቅነህ ባለትዳርና የሶስት ልጆች አባት ነበር፡፡
***
ለአርቲስቱ ቤተሰቦች፣ ወዳጆችና አድናቂዎች መፅናናትን ይመኛል።
゚viralシfypシ゚viralシalシ ゚viralシfypシ゚viralシalシfollowers
07/04/2025
Aanaa Qoreetti Manni Maree Dhiimmoota Islaamummaa Aanaa Qoree Biiroo Majilisaa Ijaaree Eebbisiise.
*********
Keebor Media shawwal 09/1446 H
***
Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoreetti Manni Maree Dhiimmoota Islaamummaa Aanaa Qoree Magaalaa Qoreetti Biiroo Majlisaa Ijaarsisaa Ture Eebisiise
***
Hoogganaan majliisa Mana Maree Aanaa Qoree Sh/Adam gannaa
Haasa'a Taasisaniin Gaafa Gama Majlisa Kanatti Dhufnu Akkawuntii Duwwaatti Dhufnee Hujiiwwan Hedduu Hojjachuu Bira Dabarree Sadarkaa Aanaa Keenyaatti Biiroo Mana Marichaa Kana Ijaarsifnee Eebbisuu keenyaaf Gammachuu Guddaatu Nutti Dhagahama Jedhan.
***
Itti dabaluudhaanis Hooggntoota sadarkaa sadarkaadhaan Masjidota Irraa Hanga Gandootaatti Akkasuma Namoota Dhuunfaa Tumsa Taasisaa Turan Eega Galatooffatanii Booda Gama Fuula Duraattis Hujiiwwan Gurguddaa qabanne Ammas Cimnee Itti Fufna Jedhan
***
Bulchaan Aanaa Qoree Obbo kadiir Kisoo Hujii Majliisni Kun Hojjataaru Eega Galateeffatee Booda Hujiiwwan Boonsaa Hojjataa Jirtanii Jabaadhaa Itti Fufaa Keessumaayyu Masjiida Al-Iimaan Lafa Isaa Wareegama Guuddaan Argame Dafamee akka Xumuramuuf Nutis Isin Deeggarraa Isins Ijaarsa Isaa Ariifachiisaa jechuun Ergaa Dabarsan.
***
Itti dabaluunis Hawaasni Keenya Tokkummaa fi Jaalala Waliinii wal-kabajuu fi Misoomaa tumsuu akkasuma Nageenya keenya Eeggachuu Irratti Akka wal Utubnu jechuun Dhaamaniiru
***
Sagantaa Eebba Biiroo Kanarratti Hooggantoota Majliisa godinaa fi Hooggantoonni Mootummaa akkasuma Ulamaa'onni, Du'aatonnii fi bakka Hawaasni Bal'aan Argamanitti Eebbisiise.
***
Hujii Majlisni Kun Hojjate Irraa Hawaasni Hedduun akka gammade Keebooritti Himaniiru
Keebor Miidiyaan Bakkatti Argamuun Uwwisa Miidiyaa Taasiseera
***
02/04/2025
Biyyoota Afrikaa 54 keessaa 38 buufata galaanaa yoo qabaatan, biyyi keenya dabalatee biyyoonni 16 buufata galaanaa hin qaban, kunis guddina dinagdeef murteessaadha. Kan nama ajaa'ibu biyyoota baay'ina ummataa miliyoona 100 ol qaban keessaa biyyi keenya tokkicha kan lafaan marfamte yoo ta'u, biyyi keenya shira adda addaatiin buufata galaanaa irraa mulqamuun ishee daran nama rifachiisa. Mootummaan karaa dippilomaasii buufata galaanaa argachuuf tattaaffii eegale itti fufuu qaba. Namoonni siyaasaa mootummaa mormanii fi mormitoota ta'an adeemsa kana yaada isaaniitiin deggeruu qabu, garaagarummaa isaanii kunuunsuu qabu.
አፍሪካ ካሏት 54 ሀገራት 38ቱ የባህር በር ሲኖራቸው ሀገራችንን ጨምሮ 16 ሀገራት ለምጣኔ ሀብት እድገት ወሳኝ የሆነው የባህር በር የላቸውም። በሚገርም ሁኔታ ደግሞ ከ100 ሚሊዮን ህዝብ በላይ ካላቸው ሀገራት ሀገራችን ኢትዮጵያ ብቻ ናት የባህር በር የሌላት፣ ሀገራችን የባህር በር እንድታጣ የተደረጉው በተለያዩ አካላት ሴራ መሆኑ ደግሞ ይበልጥ የሚያስቄጭ ነው። መንግስት በዲፕሎማሲያዊ መንገድ የባህር በር ለማግኘት የጀመረውን እንቅስቃሴ አጠናክሮ መቀጠል አለበት። ከመንግስት ጋር ተቃርነው በተቃውሞ ጎራ ያሉ ፖለቲከኛች ልዩነቶች እንደተጠበቁ ሆነው ሂደቱን በሀሳብ ሊደግፉ ይገባል።
While 38 of the 54 countries in Africa have a seaport, 16 countries, including our country, do not have a seaport, which is crucial for economic growth. Surprisingly, among countries with a population of more than 100 million, our country is the only one that is landlocked, and it is even more shocking that our country is deprived of a seaport through various conspiracies. The government should continue the efforts it has started to gain a seaport through diplomatic means. Politicians who are in opposition to the government and who are in opposition should support the process with their ideas, while preserving their differences.
30/03/2024
26/03/2024
Ørømø
ታላቅ የጎዳና ላይ ኢፍጣር በኢትዮጵያ 4
መጋቢት 18 ከቀኑ 7 ሰዓት ጀምሮ