04/12/2023
Suuraa golii eegdoota wal dorgoommi guddaatoota tokkummaa irraa fudhaatame...
Dhaloota hanqiina golii eegdoota biyyaa keenya fuuran.
Tokkummaan dhalootaf riqiicha jireenya ni ta'a🤝
IInfosport Organisation
03/12/2023
Wal dorgoommii guddaatoota tokkummaa magaalaa shaashamannee bifaa ho'a ta'een itti fufee jiraa....
Tokkummaan dhalootaf riqiicha jireenya ni ta'a
26/11/2023
Qamoota adda addaa wal dorgoommicha fi pirojeekti kubbaa miilaa tokkummaa shaashamannee ciina dhabaata turaanif beekamti fi woraqaan raga keennamefi jiraa
Andualam dubeefi A/raxaq dubee ambaasadar wal dorgoommi guddaatota tokkummaa fi pirojeekti tokkummaa yeroo hundaati waan gargaartan hundaaf galatoomaa🙏
Tokkummaadhan hojaane dhalootaf riqiicha jireenya ni tana🤝
26/11/2023
Wal dorgoommin guddaatoota tokkummaa magaalaa shaashamannee marsaan lamaffan bifaa addaa ta'een eeggale jiraa
Wal dorgoommichi kilaboota magalaa shaashamannee nannawa isheeti argaamman kudha lama kan hirmaachisu yoo ta'u taphaatota dhibaa sadii oliif carra wal dorgoommi uummee jiraa ji'otaan woliit anaan shaniif itti fufinsaan adeemdiffama
Tokkummaan dhalootaf riqiicha jireenya ni ta'a
22/11/2023
Yoyyaa agga dhagaaha maatiin wal dorgoommi guddaatota tokkummaa magaalaa shaashamannee
Sirnii baninsaa wal dorgommi keenya gafaa guyyaa 15/3/2016 bakka keessumoni bayyeen biyyaa keessaf ala argaamaniti sa'aati 4 irraa eeggalun isteediyyomi guddu galeessa magaalaa shaashamanneeti ni eeggala
Tapha sirnaa baninsaa guddaatota tokkummaa fi andinat sa'aati afuur irraati uta wayu fi wondo mazorya jiduuti goodhamun waan eeggaluf maatiin wal dorgoommi keenya hundii akka irraati argaamtani afeeramtani jirtuu
Nama dhalootaaf riqicha jireenyaa ta'u malee dhalootatti gufuu ta'u hin ta'in!
28/10/2023
Tokuma shashemene under 12.....
Tapha guyyaa hardhaa taphaatan mo'aachudhan rammadi ofii irraa qabxii 9 fi golii 5 qabaachudhan sadaarka tokkoffaadhan darbaani jiruu
08/10/2023
Wal dorgoommin guddaatota tokkummaa shashaamannee umrii 17 gaadi kilaboota magaalaa keenya fi nannawa magaalaa keenyati argaaman 12 hirmaachisu taphaatota 300 oliif caarra wal dorgoommi kan uummu eeggaluf caalali taphaatoota fulbaana 27/2016 bifaa qindaa'a te'en goolabaame jiraa wal dorgoommichi ji'oota 6 oliif kan turu yoo ta'u yeroo dhihoo keessatti ni eeggala
01/10/2023
Tokuma shashemene under 12 footboll project👏👏👏
01/08/2023
Rest in peace😭
Taphaatan kalabii kubbaa miilaa guddaatota utaa wayyu fi pirojeekti guddaatoota tokkumma duraani abdisaan umrii isaa 17 du'an aduunya kana irraa bala tasaattin boqqate 😭😭😭
Abdisaan taphaata dargaaggesa ref kana lafaa dhufuu abdiin guddan irraatti gaatame boqaachun isaa gadda guddaa onnee nama cabsuu😭😭
Maatii fi hiriyyota isaa dinqisifaatota isaa hundaaf jaajabina hawiina wal dorgoommi guddaatota tokkumma fi pirojeekti kubbaa miilaa tokkummaa shashaamannee irraa😭😭