Hasu Man

Hasu Man

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hasu Man, Sports, shashemne, Shashemene.

25/03/2024

Kurruufun akkamiin gaa'ila diiguu danda'a? Furmaanni isaa maali?
*******
Arunikaan dubartii ganna 45 lammii Singaapporidha.
Haati ijoollee kuni ‘’waa’ee dhimmichaa abbaa warraa kiyya dubbisnaan ni mufata jedhee yaadda’uun waggootaaf jaarsakoo sagalee ol qabee kurruufu bira rafaan ture,’’ jetti.

Haa ta’u malee, itti cimaa dhufe. ‘’Obseen danda’a’’ jettee yaaddus hariiroo isaaniifi hirriba abbaa warraasheerratti dhiibbaa uume.
"Barii barii irra deddeebiin dammaquu jalqabe. Waan hirriba gahaa hin arganneef ganama miirri isaa gaarii miti,’’ jechuun BBC’tti himte.

Abbaan warraa kuruufuu isaan kan hirriba dhabe isa qofa miti. Haati warraas sagalee guddaa abbaan warraa yeroo kurruufu dhageessuun hirriba dhabdeetti.
Sababa kanaan hojiillee sirnaan dalaguu akka rakkatte dubbatti
man follow and like🙏🙏

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Shashemene?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Shashemne
Shashemene