07/08/2025
🇸🇪 Viktor Gyökeres vs Villarreal
🕒 63 minutes played
🎯 1 shot on target
🪄 2/2 dribbles completed
⚔️ 3/4 ground duels won
📊 7.0 match rating
Fitting in 🔥
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Danabo Balda, Sport & recreation, Shaallaa, Shashemene.
07/08/2025
🇸🇪 Viktor Gyökeres vs Villarreal
🕒 63 minutes played
🎯 1 shot on target
🪄 2/2 dribbles completed
⚔️ 3/4 ground duels won
📊 7.0 match rating
Fitting in 🔥
20/06/2025
Ethan nwaneri fi myles lewis skelly'n kaadhimamtoota,
✔️Taphattoota dargaggeeyyii ciccimmoo (PFA) keessatti hammatamaniiru,
🔴 Badhaasicha eenyutu injifata jettu,
18/06/2025
Taphataan sarara ittisaa Arsenaal Juurien Timber har'a waggaa 24 guuteef baga guyyaa dhaloota isaa geessan! 🇳🇱
Baga dhalatte 🥳
28/05/2025
📊 Declan rice Vs Dominik Szoboszlai this season :
🏴 Declan Rice for Arsenal
👕 51 Games
⚽️ 9 Goals
🅰️ 10 Assists
👟 77 Tackles
😳 25 Chances Created
🇭🇺 Dominik Szoboszlai for Liverpool
👕 48 Games
⚽️ 8 Goals
🅰️ 8 Assists
👟 47 Tackles
😳 14 Chances Created
🛑🛑🛑
28/05/2025
🔴 Ethan nwanerif uffannaan lakkoofsa digdami lama (22) kennameefii jira,
👉Nuwaneri dhaaf lakkofsa meeqatu isaaf malaa ture jettu mee?
✅ yaada keessan nuuf qoodaa,
28/05/2025
Kiristiyaanoo Roonaaldoon ilmi isaa miidiyaa hawaasaa kam akka hin fayyadamne dhorke.
Kiristiyaanoo Roonaaldoon ilmi isaa hangafaa dhoksaan"Instagram"banachuun hordoftoota miliyoonaan lakkaa'aman horachuu hordofee murtii kana akka murteesse gabaafameera.
Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo umriin isaa 14 yoo ta'u, yeroo kanatti miidiyaan hawaasaa dhiibbaa garaagaraa qaba waan ta'eef, dhiibbaa kana dandamachuu hin danda'u kan jedhen Roonaaldoon, namoonni gariin ammoo kun yaada boodatti hafaadha jechuun qeeqaniiru.
08/05/2025
🚨BREAKING 🆕...
✍️Leenjisaan Arsenal Mikel Artetan Ol-iyyannoo gamtaa kubbaa miilla FIFA'f dhiyeesseera🙂
✍️Komiin Arterttan dhiyeessi kan mirkanaa'u taanan Liverpool waancaa Premier League kan barana deebisu mala.
Arteettaa🗣️''Waancaa mo'achuun dhimma yeroo murteessatti bakka murteessaa irratti argamuuti. Liiverpuul qabxii nuyi waggoota lamaan darbe galmeessinee gadi fiduun waancicha mo'ate. Akkasiin yoo ilaalle qabxii waggoota lamaan darbe arganneen waancaa Piriimer Liigii lama mo'anneerra jechuudha''.
✍️ kanaaf qabxiin waggoota lamaan darbe galmeessine kan Liverpool barana galmeesse waan caaluf waancaan Premier League kan barana nuuf deebiyu qaba jechuun Ol-iyyannoo gamtaa kubbaa miilla FIFA'f dhiyeessera.
Maddi👉Next year FC😁
Deggartoonni afaan hin badina!❎