Oro sport worra manchee

Oro sport worra manchee

Share

Just for Oromo🤲❤❤❤❤

09/07/2026

tapha eeggamaa har'a halkan sa'aatii 5 irratti fi morocco n taphatan tilmaama keessan kennaa.

23/05/2026

Xiiqayaa namaa murataa fi tasgabbaa'aa manchister united Bruno Fernandes taphataa cimaa premeir leageu england bara 2025/26 ta'uun filatameera.

siif mala namni guddaaf taphatu yeroo hundaa guddaadhuma

15/05/2026

congra
Gooliin patiric dorgun Arsenal irratti galche goolii midhaagduu waggaa manchister united ta'uun badhaafamee jira

14/05/2026

Mikel carrick kaadhimamaa leenjisaa cimaa premeir leageu england 2026 ta'ee filatameera.
kan nama Ajaa'ibu ji'a afur qofa leenjisee leenjisaa cimaa ta'uu isaati

14/05/2026



mikel carrick jedhii barreessi nama carrick jedhe add godhi atis add deebisiif yeroo gabaabatti follower's 10000 seenuu dandeettu.

14/05/2026

congratulations

Bruno fernandez taphataa cimaa premeir leageu 2026 ta'uun filatameera ammas congra.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Shashemene?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address


Student
Shashemene