Kadde Show

Kadde Show

Share

๐Ÿ’‹๐Ÿ’˜๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’”

17/03/2026
17/03/2026

Eze's wondergoal has us up at the half.

Let's keep working to lock this off, Gunners ๐Ÿ‘Š

17/03/2026

Real Madrid beat Man City again and advance to the UCL quarter-finals! ๐Ÿคฉ

17/03/2026

๐Ÿšจ๐ŸŒ ๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐†: ๐Œ๐Ž๐‘๐Ž๐‚๐‚๐Ž ๐‚๐€๐‹๐‹๐„๐ƒ ๐€๐…๐‚๐Ž๐ ๐‚๐‡๐€๐Œ๐๐ˆ๐Ž๐๐’ ๐๐˜ ๐‚๐€๐… ๐’๐“๐€๐“๐„๐Œ๐„๐๐“! ๐Ÿ†๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฆ

Morocco now announced as AFCON winners with final result overturned by CAF in historical ruling today ๐Ÿ”„

Senegal have been declared to have forfeited matchโ€ฆ with Morocco declared 3-0 winners by statements! ๐Ÿ’ฃ

๐Œ๐Ž๐‘๐Ž๐‚๐‚๐Ž ๐€๐‘๐„ ๐Ž๐…๐…๐ˆ๐‚๐ˆ๐€๐‹๐‹๐˜ ๐‚๐‡๐€๐Œ๐๐ˆ๐Ž๐๐’ ๐Ÿคฏ๐Ÿ’ฅ

23/02/2026

Dheebuu Muslimoota Addunyaati!
Eddoo kana RABBIIN si haa dhaabu.

Gara Mana Rabbii Imaluuf Karroorsitaniirtuu? ๐Ÿ•‹

Tajaajila Umraa amansiisaa fi qulqullina qabu barbaadaa jirtu taanaan, Dhaabbanni Muzdalifaa filannoo keessan isa jalqabaati!
โ€ข โœ… Paakeejii Umraa guutuu
โ€ข โœ… Tikeetii Ariifachiisaa
โ€ข โœ… Viizaa Umraa tajaajila addaatiif

๐Ÿ“ž Nu Quunnamuuf:
+251 999 609 092

Muzdalifaa waliin imalli keessan miidhagaa fi nagaa dha!

Inshaa ALLAAH

03/01/2026

Ameerikaa Rabbi namatti hin kaasin ๐Ÿ‘ Ameeen ๐Ÿ˜ญ
Opireeshinii maraataa ๐Ÿ˜’๐Ÿ˜’

Prizedaantii N.Manduro buttee Ameerikatti hiite. CIA'n osoo namni tokko quba hin qabatin fudhatee sokke! Niiwyoork geeffachuun himata daddabarsa qorichaa baala sammuu nama hadoochuutiin irratti bananii jiru.

Addunyaan tan warra humna qabuu ta'uu kuniis fakkeenya biraati. Gaafa Irree fi humna qabaattu waliigalteen sanada seera Idil-Addunyaa raawwii sirratti hin qabaatu. Seera addunyaa ykn dhiibbaa hawaasa addunyaa osoo hin taane ofuma abdachuun dirqama.

Pirezedaantiin Veenzuweelaa Nicola Maduro Ameerikaan boojiโ€™amuu isaa hordofee:
* Russia, China, Iran, North Korea, Tรผrkiye faatii adeemsa humnummaatiifi seera idla-addunyaa cabse jedhaanii ibsaan ni mormu
* Manni Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii dhimma kana irratti wolgahii arifachiisaa ni waama. Taโ€™us, Ameerikaanโ€™Veto Powerโ€™ โ€”sagalee sagaleen kuffisuuโ€”waan qaabduuf dhiibbaan isii irra gahu wohiituu hin jiru.
* Gocha kanaan Ameerikaan mootummoota gufuu itti taโ€™uuf yaalaniif irra deebiin humna qabdu muldhistee jirti.

Amma Abbaa guddaan haaleellaa veenizualaa irratti ergaa raawwatee fi Prezidaantii isiitii erga buteen booda itti aansee Jaarsa Iraan ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ท Ayatola Ali-Kameen'tu hafe jedha.

Biyyoonni akka Meeksikoo fi Columbiaaniis raafama keessa seenanii jiru jedhan. Seerri idila Addunyaa kabaja birmadummaa biyyaa jedhuufi tarkaanfii kamiyyuu fudhatamuun duratti adeemsaa fi haal dureewwan godhamuu qaban jechuun tarreesse hundi waraqaa irratti hafee jira.

Xiinxala seera Idil- Addunyaa maal jedha jedhu immoo baldhinaan walitti deebina.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Addis Ababa