30/08/2025
Ijooleen Marsiimoyi jajjabduu akka feerroo jabaadha .jeechaa jiraatonni naannoo Adaama Bokuu shanaaniif naannoo ishe Kabajaan nuuf waan argamtaaniif galatooma!
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Marsimoi world taekwondo, Sports Team, Manchester.
*Addunyaa Tana Irratti:
~ Jecha kee eeggadhu, isatu gocha ta’aatii.
~ Gocha kee eeggadhu, isatu amala ta’aatii.
~ Amala kee sirreessi isatu namoota wajjiin si jiraachisaatii.
30/08/2025
Ijooleen Marsiimoyi jajjabduu akka feerroo jabaadha .jeechaa jiraatonni naannoo Adaama Bokuu shanaaniif naannoo ishe Kabajaan nuuf waan argamtaaniif galatooma!
27/08/2025
ODUU MILKAA’UMSAA!!
“”””””””””””””””””””””””””””
Wirttun Leenjii MARSI-MOO'I worlid teekuwaandoo wirttu oromiyaa fi Gutuu biyyaaf bu'aa bayyee fidee fi ammas fidaruu akkasumas sad Itoophiyaatti badhaafamaa ta'uu fi ammas immoo Ardii Awuropa keessattis damee isaa ballisuuf qophii xumuruun ni Bekkama.
Itti fuufuun gaafa guyyaa 1/13/2017ttii baratoota yeroo dheeraa leenjisaa ture haala ho’aa fi hawwataa ta’een Eebbisiisuuf qophii xumuure isin eegara.waan argaamtaniif Galatoomaa!
09/05/2025
Jabaadhu!!!
09/04/2025
21/09/2024
Wontii hunduu yeroo qaba.woqixiilee waan jedhamutuu jira.
FKN :- yeroon facaasuu jiraa yeroon haamaafi calleessuu immoo jira.
18/08/2024
ODUU MILKAA’UMSAA!!
“”””””””””””””””””””””””””””
Wirttun Leenjii MARSI-MOO'I worlid teekuwaandoo wirttu oromiyaa fi Gutuu biyyaaf bu'aa bayyee fidee fi ammas fidaruu akkasumas sad Itoophiyaatti badhaafamaa ta'uun ni Bekkama.
Akkuma leenjistoota Biroo omishee baase ammas leenjisaa SABOMINEEM yidineekachewu shibashi leenjisaa eeyyama gutau argatee wirttuu KEETIIN -BOON worliid teekwaandoo jedhaamun haala gariidhan hojjataa jirachuu fi leenjiisaa sineerii amalaa fi naamusa gaarii qabu ta’uu isaa ragaan nu caalee hin jiru.kanaafuu gafa guyyaa dilbataa 26-12-2016tti adaamaa hoteela tiitaas gubbaatti sa’aa 7:00 irratti eebbaa bayyee bareedu wanta’eef kootaa nuu wojiin turaan dhamsa kena.
abbaan ilma jalatuu fi kabajju qaba.ilmiis akka abbaa irraa baree ilmaa isaatii godhuu qaba. akkas teekwaandoon.hora bula!
23/07/2024
Dhaloota leenjisuun boru biyya fayyaada.bu’aa dadhabbii keetti immoo yoo argiitu gammachuu Dachaa qabaata.firiin leenjiistoota isa kana.jabaadha!
20/07/2024
One week to go!👏
British Taekwondo will be in Manchester City Centre on Saturday 27th July with a pop up activation zone🥋
As part of Manchester Day, we will be providing people with the chance to come down and try the different disciplines of Taekwondo, as well as being able to send some good luck messages to our athletes ahead of this summer's Olympic and Paralympic Games!
For more information on Manchester Day, visit the Manchester City Council website.https://www.manchester.gov.uk/info/500004/events_and_tourism/8783/manchester_day_let_the_games_begin/12
Feel free to come down and say hi!🌟