Iddoo gaarii ciisanii hirriba dhabuu .
Diina mooyanii walii galtee dhabuu.
Dhugaa arganii kabajuu dhabuu.
Galaana guddaa booressa jedhanii waan hin taanee itti guuraa ooluu.
Waan ummanni guyyaa argee halkan caala arga jedhanii mormuu irraa nuhaa baraaru.
Xc Oro Umar
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Xc Oro Umar, Stadium, arena & sports venue, New York, NY.
Bu'aan waliitti bu'iinsa:-
πΈLubbuun nama baduu
πΈBoohicha fi Gaddaa
πΈRakkina
πΈBu'aa bahii ulfaata
πΈBeela fi dheebuu
πΈDhibee fi yaaddoo
Nama kan ta'ee hundii kana haa yaadatuu .
Waliin haa dhabaannu nagaa keenyaf.
Booharttii Galgalaa!Maamiltoota Hundaaf. Atin Cittu Tanbiraa Dira. Ati Diddu Immoo tan biraatu Jira Jedhe Namichi Intaltti Itti Boonan:!!!
Walaloodha Jedhuu
Ololoo Kaa'anii
Jecha Isaa Malee
Yaadasaan laalanii
Walaloon Waan Addaati
Addarraayyuu Addaa
Kan Sinsinniin Qabne
Fira Yeroo Hundaa
Galatoma hundii keesanu
Bakkuma jirtani namni hundiinu
Namni siiti baleesse ykn si midhe
Hundaafu Dhifama godhiif ammarra eegale ummanni gama tokkumma fii jalalan haa jalqabnu jalala haa farsiinu nama si jibbe atii jalalan mo'ii kana nu basaa
Anii gama kiyyan oromo tahe nama itti mufadhe hundafu dhifama godhiifi jira jalala wayya sin jaladha
turtii gaarii
Baacoo gabaabduu
Mucatuu haati hinrafti dhufee gama lukaati ayyoo jedheen haati jalaa didde ammas oluma siqee mudhi tuqee ayyilee jadheen jalaa didde ammas mataa bira gahee mataa qabatee ayichoo jedheen ammas jalaa diddee kana booda mucaan Obsa fixatee bayyee waan'aareef itti dhiisi erga diddee haa'abbaan kiyya dhufee intaloo siin jedhuu saniif taata yoo isinitti tole sheer godha
08/25/2018
Wow ! "Prison Break" film in Afaan Oromoo - TV
Waa 7 tan iddoo itti dubattu ilaalachu qabdu
π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€π€
1: Wa'ee ilmaan ketii hin dubbatiin nama ilmoo hin dhalle ykn maseena biratti
2: Wa'ee matii ketii hin dubbatiin nama hadha fi Abba hin qabne biratti.
3: Wa'ee mallaqa ketii hin dubbatiin hiyyeessa biratti
4: Wa'ee Gammachuu keeti hin dubatiin nama gadda keessa jiru biratti
5: Wa'ee Fayyummaa keeti hin dubbatiin dhukubsaataa biratti
6: Wa'ee humna ketii hin dubbatiin nama humna qabne biratti
7: wa'ee Walabummaa keeti hin dubbatiin nama mana sirreessa(mana hidhaa) jirutti
ππππππππππππππππππππππππ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Website
Address
New York, NY