11/03/2022
🚩[[As wr wb]]nama dalgaa gaarii hawaasa Muslima fayyadu tokko namatti garsiise rabbiin karaa jannata isatti garsiisa je'an Ergamaa Rabbi۞ﷺ۞ gochuun
Obbolleewwaan keessaan keeyrittii shaarakaa
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯﷽⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Guyyaa Tokko Namtichaa Tokkootu Gamaa Ergamaa Rabbii{۞ﷺ۞} Dhufee Akkana Jedhen Yaa Ergamaa Rabbii Ani Islaama Tayen Jiraa Garuu Hanqina Imaanaa Fii Yaqiinaa Qaba Saniifuu Imaanaa Fii Yaqiinni Koo Akka Naa Dabalamuufiin Gara Kessan Dhufe Jedhe Ergamaan Rabbii{۞ﷺ۞}Namtichan Imaanaa Fii Yaqiinni Kee Akkamitti Siif Dabalamu Dandaya Mee Atii Nutti Hiimi Waan Feete Jedhaniin
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Namtichaan Akkana Jedhen Yaa Ergamaa Rabbii Mee Muka Lafarraa Biqilee Fulduraa Keenya Dhaabbata Jiru Kana Koottu Jedhaati Waamaa,Waamicha Keessan Dhagayee Yoo Kan Isinitti Dhufu Taaye Dhugumaan Isiin Ergamaa Rabbiitii,۞ﷺ۞ Rabbi Birahi Nutti Ergamtani Dhuftanitti Beeken Akkasin Imaana Fii Yaqiinni Kolle Naf Dabala Jedhe Yero Kana Ergamaan Rabbii {۞ﷺ۞} Akkana Jedhaniin
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Me Atumtii Deemitii Mukicha Saniin Ergamaan Rabbii ۞ﷺ۞Si Waaman Jedhi Itti Himi Jedhanin Namtichii Rifateetuma Gara Mukichaa Deemee Ergamaan Rabbii۞ﷺ۞ Si Waamanii Ajaaja Isaanii Godhii Jedhen Yero Kana Mukichi Waamicha Ergamaa Rabbii Dhagahee Gara Mirgaa Fi Bitaa Ciisee Hundee Isaa Lafarraa Buqqaasee Bakka Ergamaan Rabbi{۞ﷺ۞} Taa'uutti Jiran Dhufee
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳 Assalamu'aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Lebbayk Yaa Rāsūūlullaah ۞ﷺ۞ Jedhen.Namtichan Yero Argu Naa Gahe Naa Gahe Jedha Akkasiin Ergamaa Rabbii ۞ﷺ۞Tayuu Isaanii Amanee Imaanaa Fiii Yaqiinni Isaa Dabalate Akkasitti Isaan Biraa Deeme Subnaallah.
اللهمَّ صلِّ على سيِّدنا محمَّد وعلى آلِه وصحبِه وسلِّم
⊰::::::::::::::::::::::::⊰✯⊱:::::::::::::::::::::::::::::::⊱
🕳Ahbaabi Fillah Kuniis Raaji Rāsūūlli۞ﷺ۞ Kessaatii Raaji Ergaama Kenyaa Baratun
27/01/2022
As wr wb🕳️Irra caalaan zikrii halkan jumaa fii guyyaa jumaa salawaata.Nabiin ﷺ 👈akkana jedhan:
Nama Salawaata takka narratti buuse Rabbiin Rahmata 10 Isarratti buusa,
cubbuu 10 irraa haqa,
sadarkaa 10 Isaaf ol fuudha.
Akkasuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ👈 irratti Salawaata buusuu heddummeessaa.
"Ergamaan Rabbiiﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe..
Rabbiin ""swt""akkana jedha:
ﯾﺎ أﯾﻬﺎ اﻟﺬﯾﻦ آﻣﻨﻮا إذا ﻧﻮدي ﻟﻠﺼﻼة ﻣﻦ ﯾﻮم اﻟﺠﻤﻌﺔ ﻓﺎﺳﻌﻮا إﻟﻰ ذﻛﺮ اﻟﻠﻪ وذروا اﻟﺒﯿﻊ ذﻟﻜﻢ ﺧﯿﺮ ﻟﻜﻢ إن ﻛﻨﺘﻢ ﺗﻌﻠﻤﻮن
Yaa warraa nattii amantani hoo! Guyyaa Jum'aa yeroo salataaf yaaminsi godhamee gara Rabbii itti yaadattan ykn itti kadhattan deemaa; Bittaa fi gurgurtaas dhiisaa , osoo waan beeytan ta’ee kun isiinif waan irra caaludha."
✅Suraa Al- Jumu’aa✅
1= Ganamaan (yeroodhaan ) Karaa Masjidaa deemun jalatamaadha.💝
2=Qaama Keenya dhiqachuun Sunnaadha.👈
3=Qeensa Keenya sirreefachuun Sunnaadha👈
4=Namni hunduu uffata qulqulluu ta’e uffachuun keessatu uffataa adii uffachuun jalatamaadha.💘
5=Siwaak /Ilkaan keenya rigachuun/ fayyadamuun Sunnaa jalatamaadha.
6=Waan Urga’aa / Foolli gaarii qabu dibbachuun ni jalatamaa. Fknf : Sh*ttoo💜 /Dhiiraaf qofa/
7=Namni Guyyaa Jum’aa dursee Masjiida seene, akkaa nama Gaala sadaqaa 👈godhetti lakkayamaaf.
8=Du'aa'ii baay'isuun baay’ee barbaachisaadha.
9=Azaanni lammaffaa ergaa bayee booda walirraa waa bituun dhorkamaadha.
10=Suuraatul Al – Kahfin qara’uu baay’ee💝 barbaachisaadha.💘
11=Salawata Nabiyyii Aalamaa keenya Nabi Muhaammad صل الله عليه وسلم ص👈 irraatti buusuu heddumessuu.
Dhagahee namaa itti faayadamu Rabbiin nu haa godhuu nama yeroo hunda karaa isaa irra deemu Rabbiin nu haa godhu.
26/01/2022
Hiyyeessi Eenyu Dha?
Ergamaan Rabbii sallallaahu aleyhi wesallam sahaabota isaanii akkana jechuun gaafatan. "Hiyyeessa jechuun nama akkamiiti?" jedhan. Eegasii
sahaabotni akkana jechuun isaaniif deebisan. "Yaa Ergamaa Rabbii ﷺ ! Hiyyeessa jechuun nama mallaqa hin qabnee fii nama waan itti fayyadamu hin
qabnee dha." jedhanii deebisan.
Ergamaan Rabbiis ﷺ akkana isaaniin jedhan. "Ummata kiyya keessaa hiyyeessa namaa jechuun nama mallaqa hin qabne osoo hin taane nama osoo duniyaa irra jiru dhiiga namootaa dhangalaasuu
isaatiin, namoota arrabsuu isaatiin, mallaqa namootaa nyaachuu isaatiin, namoota zollamuu isaatiin dalagaaleen toltuun inni dalagate guyyaa murtii guyyaa qiyaamaa isa irraa fudhatamee namoota inni miidheef kennamee eegasii idaan isa
irratti hafte immoo yoo jiraate diliin namoota irraa hir'ifamee isatti fe'amuudhaan nama hoongahee ibiddatti darbamee dha."
Rabbiin nu haa tiksu! Aamiin.
(Eega dubbiftanii booda Aamiin jechuu fii share gochuu keessan hin dagatinaa. Jzkl)
19/01/2022
:💮Ergamaa Rabbii Nabbii muhammad irratti Salawataa Bussaa {ﷺ ﷺ} #
15/01/2022
As wr wb ikuwani filla Namichi Yahuudaa Sooriyaa tahe tokko kitaaba amantii isaanii osoo dubbisu maqaa nabi Muhammad (sallallaahu aleyhi wasallam) kitaaba isaanii keessatti arga.
Namichis maqaa kana waan hin jaalanneef maqaa Nabiyyii (sallallaahu aleyhi wasallam) kitaaba dubbisaa jiru kana irraa haqa. Guyyaa itti aanu kitaaba kana irra deebi’ee yommuu dubbisu maqaan nabi Muhammad (sallallaahu aleyhi wasallam) inni haqee ture bakkema duraa sanitti deebi’ee arga. Ammas irra deebi’ee maqaa isaanii kana haqa.
Haatahuu garuu namichi Yahuudaa kun guyyaa sadaffaas yommuu kitaaba kana banu maqaan nabi Muhaammad (sallallaahu aleyhi wasallam) bakkeedhuma sanatti deebi’ee arga. Waan isa mudate kanaan ajaa’ibsiifatee“wanti kun mallattoo Ergamaan dhugaa tahe ergamuu isaa ibsu tahuu hin oolu” jechuun yaaduu eegala. Kana booda namichi yeroo isaa osoo hin qisaasin Nabi Muhammadiin (sallallaahu aleyhi wasallam)
ilaaluuf gara Madiinatti ka’e.
Madiinaa yommuu gahu namni naannoo sanaa inni beeku tokkollee waan hin jirreef balbala Masjiida nabi Muhammaditti (sallallaahu aleyhi wasallam) dhihaatee dhaabbate. Sahaabaa nabiyyii kan tahan Aanas (radiyallahu anhu) gara masjiidaa yommuu dhufan namicha yahuudaa kana argan. Namichis nabiyyii (sallallaahu aleyhi wasallam) bira akka isa fidu isaan gaafate. Aanas namicha Yahuudaa kana qabeenii gara masjiidaan aseene. Hundi isaaniituu gadda olaanaa ta’een liqimfamanii jiru. Teessoo walitti qabaa wal-gahii fuuldura ummataa kaa’amee jiru iddoo nabiyyi (sallallaahu aleyhi wasallam) irratti Abubakar Assiddiiq (radiyallahu anhu) taa’anii jiru. Namichi yahuudaa nama teessoo irra kan taa’ee jiru Abubakariin nabi Muhammad (sallallaahu aleyhi wasallam) tahuu hin oolan jechuun gara isaanitti dhihaatee “Yaa Kabajaamoo Ergamaa Rabbii!
Hanga asiitti kan dhufeef nagaya isin irratti qara’uuf barbaadeetiin” jechuun dubbate. Yeroo kana ummatni masjiida keessa ture hundi booyuu eegale. Namichi bitaa itti tahee “Ani keessummaa Yahuudaa biyya biroo irraa dhufe
14/01/2022
As wr wb ya ummata nabi muhamad صلى الله عليه وســـــــــــــــلم👈baga rabbi jirachise sa,a kanani isini gahe asumani nabiyi صلى الله عليه وســـــــــــــــلم kenyarati salawata busa jzk