As wr wb
Dhoksi basi
A
SIN_BAASU
🎼Shan jijjiiruun ittoo hin
Mi,eessu gullichaani
Garaan taanan hin tahu
Taha jalalaani wal mariin
Tollaani.
🎼Waliin horret shantama
Yaafnaadha an kan
Eege shan bubbulteet
Shantama taata yomin
Beeke an jaalataan kee.
12/08/2022
.
Haadha koo
Mee maal siin haa jedhu laata
Ofii dhiiftee anaaf ciniqamtaa
Harmee koo ati naaf jennataa.
Nuuf dheeressi rabbii
Umrii haadha keenyaa
Kann waan hundaa caaltu
Haati ofii qabeenyaa.
12/08/2022
Salawaata buusi
Ergamaa Rabbiirratti
Sallallaahu alayihi wossallam ☪☪
23/06/2022
As wr wb salawata busa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Allah
Mukalla
SANA.A